Amsterdam | Onk./Oct. 3, 2015 | Galgala Bashannana Artisti Oromoo Amiin Hussen fi Mihrat W/Maariyamii Waliin

AmiinHuseen20152

Artist Oromoo Beekama fi Jaallatamma Amiin Huseen fi Beekamtuu Diraamaa Afaan Oromoo Mihrat W/Maariyamii ykn Haadha Shumbee fi kaneen biroo sirbitoota haaraa refuu olii dhufa jiran kan akka Tulluu Amantee, Yoseef Jaalaata, Zenebaa Mohammad, Ramaadaan Boonyaa dabalate Irreechaa bara 2015 Onkoloolessa 3, 2015 Ummataa Oromoo biyyoota Gidduu Galeessa Awurooppaa Bashannansisu.

Guyyaa: Onkloolessa/ October 3, 2015

Sa’aa: 19.00 irraa eegalaa

Bakka: Geldershoofd 80, 1103 GB Amsterdam



Credits/Tags: , , , ,

Comments are closed.