Gadaa.com   |   Oromia & Oromo   |   Gadaa.com REPORTS   |   Chronology   |   Directory   |   Events   |   Bookstore   |   Pictures   |   Sports   |   About Us   |   Contact
Gadaa.com

Sirna Abbaa-Irreetirraa Gara Dimokraasii

Click here for the book
Gadaa.com
Arif Ali of RSO (Radio Sagalee Oromiyaa) narrates “Sirna Abbaa-Irreetirraa Gara Dimokraasii,” which is the Afan Oromo translation of Gene Sharp’s “From Dictatorship to Democracy.” The book was translated to Afan Oromo by Jawar Mohammed, Dr. Abdulsamad Mohammed and Boruu Barraaqaa in April 2011.
Gadaa.com
Rating:
1 Star2 Stars3 Stars4 Stars5 Stars
Loading ... Loading ...
Views: 2,830 views
Comments (8)
Description:

Arif Ali of RSO (Radio Sagalee Oromiyaa) narrates “Sirna Abbaa-Irreetirraa Gara Dimokraasii,” which is the Afan Oromo translation of Gene Sharp’s “From Dictatorship to Democracy.” The book was translated to Afan Oromo by Jawar Mohammed, Dr. Abdulsamad Mohammed and Boruu Barraaqaa in April 2011.

Note that this will be the permanent page (playlist) for the narration. Stay tuned for more parts of the narration on this very same page …

For more on Nonviolent Struggle (videos, literature, books and other resources), visit Gadaa.com’s Resource on Nonviolent Struggle page.

Gadaa.com

Comments

Comments (8)

  1. qeyroo said,

    July 4, 2011 @ 2:14 am

    wow! I really love the way read Afaan Oromo. I never heard a very talented reader with beautiful voice like you! Keep it up Arif, you are the best and you should work on media such as VOA. Thank you for taking your time in teaching us this valuable

  2. Hundee Oromoo said,

    July 7, 2011 @ 9:18 pm

    Dr. Abdusamad Mohamed, Yusuf Jawar Sirgaj Mohamad, Boruu Barraaqaa fi Arif Ali, Hojii Bonsaa Hojjettan Kanaaf Fayyaa taha! Barumsi kuni bayyee barbaachisaa waan ta’eef itti nuuf fufaa jedha.Baayisee isin galatoomfadha.

  3. Oromo said,

    July 9, 2011 @ 10:00 pm

    Very professional! Job well done!! keep it up!

  4. Abdulmu'iin ABO said,

    July 15, 2011 @ 12:03 pm

    Mootummaa abbaa irree irraa gara dimokrasiitti cehudhaaf hojii inni hojatu kamiyyuu xiinxalanii siyaasaa wal deeggarsa qabuun irratti qabsa’uun baay’ee murteessaadha.keessattuu sabni oromoo mootummaa abbaa irree bara dhufaaf darbaa biyyuma isarratti isa gabroomsu jalaa bahee biyya isaa oromiyaa waba baafatee irra jiraachuudhaaf harka wal qabatee dimokraasii dhugaa fiduudhaaf qabsa’uun murtteessan jidha.

  5. Jaalataa Sabaa said,

    July 29, 2011 @ 11:07 pm

    Dr. Abdulsamad Mumad Yusuf, Umriin tee haa dheerattu. Horii Buli. Afaan Oromoo miidhaysitee qabsoo saba kenyaa akkanatti nuu dhiheesuu keetiif galata qabda. Addaan hin dhaabni itti nuuf fufi. Kan dubbisu Arif Ali hedduu muuxannoo qabda. Bayyee jabaadha. Itti fufi atiis. Galatoomaa!!!!

  6. Mohamed ahmed jami said,

    August 15, 2011 @ 6:57 pm

    Durse nagayye tiyya tan onnerraa burqite isiniif hageysu jachaa haala breedaa qabsoon oromoo ittiin deemu qabdu nuuf tilmaamuu fiinuuf akeeku keysaniif galata gudda gabdani fayyaa dahaa keysaa huu dr.abdusamad irgaa ati dabarsite qofa oso hintahin akki ati afaan oromo kan yaroo ammaan tana namoota hanga tokko male hibeyne saniin mi’eysitee afaanuma kanaa huu akkanatti jiraachisu keetiif galanni kee honga hiqabu jabaadha jajabaadha akkanumatti itti nuuf itti fufaa fayyaa dayaadha.

  7. jaalaladhugaa said,

    October 16, 2011 @ 6:43 am

    Dhugaa Rabbii wanti isin hojjattan bayyee nama boonsa. Sagaleen ati itti dubstu bayyee namatti mi’aawa. itti fufi.

  8. Araarsaa Waaqoo said,

    April 8, 2012 @ 12:04 pm

    KAN NUU JECHA DU’AN
    Gootota Oromoo kan nuu jecha du’an
    Bilisummaa keenyaf wareegama baasan
    Rukkuttaa diinatiin kan qaamaa hirratan
    Yaadan cinqamanii kan sammuu jeeqaman
    Kan manaa bahani bosona jiraatan
    Maatii facaasani kan biyya baqatan
    Kan mana hidhaatitti dararamaa jiran
    Barreeseto hinfixu
    Seenaa keessa hinlixu
    Maqaa saani hidh’u
    Tarreessee hindandauu
    Hunduman faffaarsaa
    Dachumaanan kaasaa
    Ballinaan akka ibsu seenessaafan dhiisaa
    Akka hindhiboofnefis onnachiseen kaasaa
    Seenesson Oromoo maal hojechaa jirtuu?
    Kan kanarra jiru maal faa barreesituu?
    Seenaa gootota Oromoo amanuma himtuu?
    Duquqquu nuqabate ofirraa hinmulqinee?
    Harras nurra jiraa sodaa keessaa hinbaanee?
    Maaluma soddaattuu
    Maalumaaf dhibooftuu
    Duuti silaa hin ooltuu
    Wayee gootota Oromoo seenessaa barreessaa
    Oto omaa hindhoksin Addunyaadhaf ibsaa
    Gootota Oromoo kabajuun dirqamaa
    Xinnaa guddaa hiqabuu hundumtu qixxumaa
    Sooressaafii iyyeessa
    Dargaggeessafii jaarsa
    Dhiirafii dubartii
    Shamaraniif jaartii
    Hundaafuu qixxumaa
    Lubbuun takkitumaa
    Kan baatuu hin deebinee
    Kan lamuu hin argamnee
    Kan gatiin hinbinnee
    Ishii nuu laatanii
    Of nuu wareegani
    Maalree gatiin saanii?
    Meeqa haa baafnuree
    Waan qabnu waliguurree
    Horii farda harree
    Hoolaa lukkuu re’ee
    Qarshii warqee meetii
    Albuudaa mi’awaa haa baafnuuree gatii
    Danda’ee nuuf bitaa
    Deebisee nuu fidaa
    Du’a saanii olchaa
    Deebisee nuuf galchaa
    Suni hindanda’amtuu
    Lubbuun takka baanan gatiin hinargamtuu
    Warra nu firrisan
    Nuuf jecha dhabaman
    Waan biraa hingoonufii
    Kabajaa haalaannuufii
    Kabajuun ,yaadachuun, jaalachuun
    Faajjii saanii kaafnee seenaa barreessinee hojii saanii ibsuun
    Yaadannoo hambisuuf siidaa saani jaaruun
    Faaruu baafanneetoo faarsatii adeemuun
    Kaayyoo saanii eeguuf
    Qabsicha cimsuudhaf
    Gootota kakaasuuf
    Ummata gurmeessuf
    Saba onnachiisuf
    Faajjii bilisummaa jalatti hiriirsuuf
    Buaa guddaa qabaa
    Kan biraatii mitii kanaafan lallabaa
    Diroo dhufaa darbaa haalan qaabachiifnee
    Ummata addunyaa ifatti beeksifnee
    Akka hinirraanfatamne sirriin galmeesinee
    Seenan akka hindagannee
    Gadi fageessinee
    Ciminaan barsiifnee
    Lammii qaabachiifnee
    Hordoftoonni saanii tokko taanee kaanee
    Qabsiha cimsinee
    Diina injifannee
    Kaayyoo galmaan geenyee
    Gaafa bilisoomnee
    Yaadannoo hin moofofne siidaa saan dhaabnaa
    Faaruu baafanneetoo faarsatii adeemnaa
    Gatii lubbuu saanii kanbiraa maal baafnaa
    Ekerumaa saanit kanaan gammachiifnaa.

    Yaadannoo Wareegamtootaa Oromootif

Leave a Reply