More Videos
TV Oromiyaa Magaalaa Torontoo (TVOMT)
Gadaa.com’s Editor's Note: With courage and determination, it will not be too long before Oromos start beaming our own independent satellite TV to the motherland. A 40-million-strong nation, the Oromo, will not live in total darkness forever. A great start from Toronto …
Title: ALL Videos: TV Oromiyaa Magaalaa Torontoo
Duration: 00:00
Category: News
Added on: August 11th, 2011





















saafiyaa said,
August 26, 2011 @ 8:10 am
Waara Tv Oromiyaa Magaalaa Torontoo Qopheesitaan hundaaf: HOJJII boonsaati jirtaan,Waan garii ummataa keenyaaf Dabarsaa,Barsiisaa jirtaan. Kanaafu Galaataa Gudaa Isiinf Qaba!!!Ummaan keessaan Jabaadhaa isiiniin jedha.
C.G. MPLS Irraa.
(Report this comment as inappropriate.)
Luba said,
September 3, 2011 @ 8:51 pm
Qoopheesitoota tv Oromia magalaa toorontoo Hujii akkam na mama gamachiisuu hoojataa jirtaniii jabadhaa. Barmootaa heddu Eegaa tvomt kun banammee arkanee ti daraan nuuf jabadhaa isniin Jana Agartuu shankifee fi romera nurse dandeytii adaaa qabdanii itti fuufaa.gamma birrotin tv n kun akka I phone 4 nuuf darbuu dandahuti irrati caraqaa
(Report this comment as inappropriate.)
adam said,
September 20, 2011 @ 2:34 am
akkami illmaan oromoo hundii kheesan bikka jiirrtaan hunddatii nagayynii issin haa geyu issinin jee’a wanin jechu barrbaadee toko tv oromoo kuni arabsat keyysa nijira
tv kana maliff tv oromoo adunyaa hundaa jirrtuuf hin goone jechun kiyya fakkenyaf akka tv somali khan royel tv yokan somali chanal yokan unaversel kaan jee’aman toko sila gotanii heddu garii tuuree 24/7 kaan dabbru waan hunda walle oduu gaafiifi debe’ii wa’e amantii waan hundaa kaan ifkeysaa qabu kaan oromoon hundii ittin wallquba qabaatu taha jee’en abbdaadha waanuma hundafu mee tv somali suun lala hubadha malaqalle irra arkaachu hin dhabbdan waan akka beyysisaa garrsifftanii nam dalldala hojjatufaf akkasumati kaan oromoon adafi afaan saa ittin baratu taha kanafu ittiyada dirama oromoo waan hunda kaan ifkeyysa qabuu tokko intarnational qodha mee galatoma oromoo. tv kaana yoniff horiin saa gudda kaan tahuu tatee oromoon canada fi amarica fi norway fi australia jiraan horii walibasani haa godhanii ga oromoon adda faffacaate waan jirtuf sila ni garrgaara khanafu sila heddu garidha natti fakkata.
(Report this comment as inappropriate.)
Kebena said,
August 13, 2012 @ 10:14 am
Wow lammii ko…
(Report this comment as inappropriate.)