GadaaTubelogo2013_1
Gadaa.com | Oromia/Oromo | Gadaa.com REPORTS | Chronology | Events | Bookstore | About Us | Contact

IN PICTURES: Irreechaa 2011 – Minneapolis, Minnesota

Gadaa.com would like to thank Hegeree Media for photographing these iconic images of Oromo nationalists in the Diaspora. Watch the video from the event. © Hegeree Media.

Rating:
1 Star2 Stars3 Stars4 Stars5 Stars
Loading ... Loading ...
Comments (5)

Gadaa.com


Gadaa.com


Comments

Comments (5)

  1. S.T said,

    September 20, 2011 @ 8:31 pm

    The hidden identity

  2. baayisaa said,

    September 21, 2011 @ 12:14 pm

    Adaa keenya diinni awwaalchaaf dhiheessee ture, boolla keessaa baafannee kunoo ittiin boonuu dandeenye!! Ofii wareegamanii adaa fi eenyummaan keenya akka calaqqisuu kan godhan goototaa fi abbotii qabsoo keenyaa galanni isaanii bilisummaa; kan du’aniif aammoo jannata hawwina!! Amantiin adda addaa alagotni ittiin addaan nu baasuu danda’an kan keenya laaffisuudhaan ture. Yaa Oromoo adaas ta’e amantiin kanuma keenya nuuf wayyaa itti yaadaa!! Gaafa Waaqeffannatti deebine Rabbiin illee nutti araaramee bilisa nu baasa. Gaafa tokko taane eenyu iyyuu gufuu nutti ta’uu hin danda’u!! Ammaaf garuu Ayyaanni Irreechaa gama Minnesotaatti ta’e heedduu nu boonsee jira. Haa ta’uu guyyaan Ayyaana kana 09/11 akka ta’uu hin qabne wal hubachiisuun walii galuudha jechuudha. Maaliif yoo jenne; Irreechaan guyyaa gammachuuti. Biyyi kun aammoo guyyaa kana gaddaaf murteeffate waan ta’eef gadda isaanii hirmaachuun dirqama!! Daa’immaan heedduun asitti dhalatan lammii biyya kanaa waan ta’aniif bor nu gaafachuun isaanii hin hafu. Hubadhaa; waa heedduudha baratu waa’ee seenaa biyya kanaa!! Hamaas gaarii dalagame mara jechuukooti. Kanaaf sammuu nagaan itti yaadnee waan ta’u fi kan adaa fi eenyummaa keenya lammii biyyanaas ittiin barsiifannu gochuutu nurraa eegama!! Egeree Media heedduu galatooma, haala ture nu Oromoota fagoo jirruuf gabaasa bareedaa fi boonsaa dhiheessuu keessaniif!!

  3. Hashim said,

    September 21, 2011 @ 12:21 pm

    What a beautiful culture. The future is bright. Akkuma Ali birraa jedhe. Kun kan ” warri irraa oole itti hinaafuu dha”.

  4. arabuu lamlam said,

    October 7, 2011 @ 9:42 am

    galatoomaa galanni keessan bilisummaa siniif haata.uu

  5. Addunyaa said,

    July 14, 2012 @ 7:49 am

    now i am very very happy when i see my Irreessa (Thanksgiving to Waaqa) which is my last and future in Minnesota. yes yes we oromo’s can tell about religions to other

    Waaqayyoo isiniif haadhaga’uu
    ifatti nubaaftanii burqaa fi tullu Minnesota irratti waaqa nuuf dubbiftanii hawwii keessan waaqni isiniif haaguutu

    nama akkanatti walbira dhaabbatu yeroo hunda nuhaatasiisu qophii keessaan kan baraa 2012 immoo nutiis gamachuudhaan isiin eegna

    i will follow you follow me

    Adugna From yemen sana’a

Leave a Reply