More Videos
Qopheessaa Jaallannee Gammadaa | Washington, DC
Torban lama dura mooraa yunivarsitii Adaamaa keessatti baratonni walitti bu’uu isaaniin kan ka’e kan ari’aman jiraachuu baratonni ibsanii jiran.
Ittiin ka’uumsi walitti bu’iinsa kanaa sagantaa Televiziyonaan darbaa ture isa kana ilaallaa isa sana ilaalla jechuun gosummaa irratti kan hundaa’e akka ta’e ibsameera.
Mufannaa baratonni Oromoo dhagesisaniin kan ka’e humnii alaa seenee baratoota hanga tokko eega hidhee booda manni murtii ragaa ga’aa dhabuun walaba kan gadhiise ta’us yunivarsitiin garu baratoota 6 ari’ee jira.
Barattoota mana murtiitti dhiyaatan keessaa himati shoroorkeessummaa irratti dhiyaatee ragaa ga’aan dhabamee kan gadhifaman ta’uun ibsameera.
Title: Yunivarsitiin Adaamaa Barattoota Oromoo Ari’e
Duration: 08:48
Category: Advocacy/Activism, News, Nonviolent Struggle, Youth Movement
Added on: January 21st, 2012























prf.salman said,
July 23, 2012 @ 2:41 pm
maqaa ki aadan naa nedan dubi wani an zaa id iraa argadhu leeni abush zalaqe
(Report this comment as inappropriate.)