GadaaTubelogo2013_1
Gadaa.com | Oromia/Oromo | Gadaa.com REPORTS | Chronology | Events | Bookstore | About Us | Contact

OCR-DC: News & Update on the Seife-Nebelbal vs. Seife-Nebelbal Controversy

Rating:
1 Star2 Stars3 Stars4 Stars5 Stars
Loading ... Loading ...
Comments (8)

Gadaa.com

Description:

OCR-DC: News & Update on the Seife-Nebelbal vs. Seife-Nebelbal Controversy

Comments

Comments (8)

  1. anonymous said,

    February 13, 2012 @ 6:26 am

    Jarana Radion OCR-DC radio communiti moo Seyf Nabalbal Radio #2, kan gartuu Obbo Isarel ti? Kana beekun fedhe, namni deebii naaf laatu jiraa?. Mucayyoon Obbo Isarael fi gartuu isaa interview gotu kuni nama naamusa gaazeetessummaa qabdu hinfakkattu. “Ofiinuu fiddee, Ofiinu fixxee’ jedhe Oromoon yommu mammaku. Jarana, ilaalcha ‘gandummaa’ kana yoo dhiiftan maal wayyaa?. Amma illee kan darbe irraa hinbarattanii? Namni nurratti beekuu mala jettanii hin heddanii?

  2. Fakkii said,

    February 13, 2012 @ 12:55 pm

    Ee, kunooti deebiin kee,

    Raadiyoon community waan gaariis tahe waan badaa hawaasa keessa deemaa jiru gara hawaasichaa fiduudhaan akka baran akka irratti hojjatanii gochuu dha. Radion DC kan godhes kanuma natti fakkaata. Rakkoo keessa isaa jiru edda baree fi hubateen booda kan irratti hojjechuu fi furuu qabu hawaasicha. Homework hawwasa isaaniif kennanii jiru. Radio kana akka gaariitti jela bu’ee dhaggeeffataan ture. Yaada gama lachuu isinii dhiheessinaa jedhan. Yaada gama tokkoon jalqabnii kaan torbee dhiheessuuf waadaa galan. Torbeen gahee yeroo caqasnu ammoo kunoo kunoo akkuma namuu dhagahu bilbillee dadhabnee jedhan. Kana keessatti mee amma ilaalcha gadnummaa maaliitu calaqisa ? Ija qabaniin nama ilaalu jedha Oromoon, ati tarii waan yaada akkanaa of keessaa qabduuf sitti mu’ate malee, kana keessa waan gandummaa tokko illee hin jiru. Mucayyoo ati irraa dubbatus tahe radion hawaasaa ilaalcha gandummaa hin qaban. Waanuma hin beekne keessa mataa hin dhukkubin- dura hunda isaa dhaggeeffadhuu – murtii kenni. If you are emotional you can not think right. Calm down and think rationally. Do not inject gandummaa where it does not belong.

  3. Ahmed said,

    February 13, 2012 @ 1:03 pm

    Kan dandeessu dhaani jennaan gowwaan galee niitii dhaane jedhan. Waan jarri lamaan ifatti interneta irratti wal lolaa jiran , yaada gama lachuu hawaasaaf dhiheessuu yaaluun…, “wallaalummaa” ta’ee ? mee karaa kamiin kun gandummaa tahuu danda’a? Namni radio san guutummaatti dhaggeeffate garuu kan hin jedhu. Mee waan hamaa hin dubbatin dura, radio san mara isaa dhaggeeffadhu! Eyob afeeramee dide .. jedhan…ergaa isaaf kaa’ame illee dhageesisan. Yoo inni dhihaatuu dide maal haa godhan ? silaa maaliif sodaate inni ? laataa waan dhooksu qaba moo ? osoo hin dubbatin dura itti yaaduun , alanfachuun gaarii dha. Kuun gandumaan wal hin

  4. Ahmed said,

    February 13, 2012 @ 1:03 pm

    hin fakkkatu wal fakkeessi

  5. Diro said,

    February 13, 2012 @ 1:14 pm

    Oromo, it is not cool to take this out of context. Had you listened to entire show, you would have realized several things. Just listen to the entire show before you label it gandummaa, which has nothing to do with it. The radio has tried to reach both parties, if one refuse to come on the show, whose fault is it ? If you put yourself out there, you should defend yourself and fight back. Don’t cry faul now when you didn’t use the opprtunity prsented to you.

  6. Leeqaa said,

    February 13, 2012 @ 1:21 pm

    Radion waan gaariis tahe badaa kan hawaasa keessa deemaa jiru, gara hawaasichaa fiduun akka baran, hubatan fi fala itti barbaaddatan gochuu dha. Kan ta’es kanuma. Nothing more, nothing less. Hawaasichi ammo rakkoo edda bareen booda akkaataa itti hiikkatu mala dhauun kan isaa ti. Kana keessa mee gandummaa maaltu fide ? gam lameenuu dhiheessina jedhan, tokko ni dhihaate, kaan ni dide… kanuma dubbiin jiru.

  7. Guduruu said,

    February 13, 2012 @ 8:04 pm

    Barri gandummaan wal sodaachisan darbee jira! We are in a different time, different era! OCR-DC ! try to be objective, try to reach out to everybody, all groups and sub groups as much as you can…above all do what you do best – inform As long as you are doing the right things, don’t be afraid of anyone. Be proud of who you are and where you come from – where ever you come from. Don’t be disappointed with negative comments.

    We dearly love your commitment and firm allegiance to truth.

  8. Bula said,

    February 14, 2012 @ 12:11 am

    It’s really hard to get any unbiased Oromo. I wonder what’s the intention of Abdii when he said Eyob G/Kristos instead of Eyob Yadata! Is he labeling Eyob as Tigre? This is a kind of things I hate to hear. As a public servant OCR-DC employees have an obligation to be neutral. When peoples take side things get worse! So please try to bring both sides, not only Israel’s friends!

Leave a Reply