GadaaTubelogo2013_1
Gadaa.com | Oromia/Oromo | Gadaa.com REPORTS | Chronology | Events | Bookstore | About Us | Contact

Jaal Lagasaa Waagii: Seenaa Gabaabaa

Rating:
1 Star2 Stars3 Stars4 Stars5 Stars
Loading ... Loading ...
Comments
Description:

Lagasaa Waagii: Seenaa Gabaabaa

Jaal Lagaasaa Wagii abba isaani obbo Wagii Meetta fi haadha isaani addee Buzunaash Ayyaana irraa bara 1960, Godiina Lixa Shawaa, konyaa Mannaa, Aanaa Shinoo Meettaa Robii, ganda Kuyyuu Giccii jedhamtuu keessatti dhalate.

Jaal Lagaasaa Wagii umriin isaa barmootaaf yeroo gahu, mana baruumsa sadaarka tokkoffaa Bakkamee jedhamuuti kutaa 1-4 barate. Barnoota isaa kutaa 5-8 ammoo mana barumsaa Hinccinniitti barate. Sana booda gara Finfinneetti deemuun barumsa isaa itti fufuun kutaa 10-11 magaluuma Finfinneeti barate.

Jaal Lagaassaa Wagii erga barumsa isaa haga kutaa 11ti barate booda barnoota akadaamii dhiisee baruumsa Makaanikummaa fi Konkoolaata oofu bara 1975 keessa barateera. Oguummaa isaa kananiis hojiilee adda addaa irraatti bobbahuun hojjaachaa ture. Jaala Laggaasaa Wagii hojii daldala irraatti bobbahuun magaala Dirree Dhawaa keessaati waggaa torbaaf kan jiraachaa turan yeroo tahu, hojiidhuuma daldala kanaaf meesha daldaala adda addaa fe’achuun gara Dhiha Oromiyaa deemuun daldala itti fufe.

Read More.

Comments

Leave a Reply

Comment Authentication (Please enter these characters as shown below in order to SUBMIT your comment).