GadaaTubelogo2013_1
Gadaa.com | Oromia/Oromo | Gadaa.com REPORTS | Chronology | Events | Bookstore | About Us | Contact

Gaaffii fi Deebii J/ Leenco Lata Kutaa 2ffaa – Radiyoon Marii Biyyaa

Gadaa.com For users with low Internet speed, follow the video in an audio format; simply press "Play" on the "Listen Now" picture/icon on the right side. Or Click Here.
Rating:
1 Star2 Stars3 Stars4 Stars5 Stars
Loading ... Loading ...
Comments (26)
Description:

Gaaff fi Deebii J/ Leenco Lata Kutaa 2ffaa

Gadaa.com

Radiyoon Marii marsaa interneetii Oromianexplorer.org n qophaawee torbanitti guyyaa tokko tamsaasa afaan Oromoon dabarsu qophee isaa lammataa fudhatee dhihaateera. Tamsaasni Raadiyoo kun jalqaba irratti “Raadiyoo Marii biyyaa” jedhamee kan moggaafamee ture yoo ta’u, maqaan kun Raadiyoo Afuura Biyyaa Marsaa Seife Nebeblbalin qophaawee dhihaachaa jiru waliin wal fakkaachuu isaan dhaggeeffattootni keenya baayyeen maqaa kana akka jijjiirru waan nu gaafatanii fi nulleen itti amanneef kana booda tamsaasa Radiyoo kana maqaan Radiyoo kanaa Raadiyoo Marii jedhamee akka beekamuuf irratti walii galle.

Radiyoon Marii kun tamsaasa isaa 2ffaa kana keessatti, Odeessa walgahii Dr Diimaa Nogoofaan Minnesota keessatti gaggeeffamaa jiruu fi akkasumas gaaffii fi deebii itti aanaa H/D ABO duraanii Obbo Leencoo Lataa waliin gaggeessinee turre kutaa 2ffaa isaa fudhannee dhihaanneerra.

Comments

Comments (26)

  1. Walloo75 said,

    May 20, 2012 @ 10:07 pm

    itti fufi abboo

  2. hawwinee Barii said,

    May 22, 2012 @ 3:02 am

    Raadiyoo marii miti raadiyoo Leencoon ittiin shira isaa geggeeysu fi diina irraa ittiin maallaqa argatuu dha.

  3. Kiyaa said,

    May 22, 2012 @ 4:19 am

    Galatoomaa obboo Leencoo. Gaafiilee yeroo baaé narakiisaa turaniif debii argadheraa.

  4. guma kafall said,

    May 22, 2012 @ 12:41 pm

    Aboo Leencoo Lataa Ati Amaaraa Nama ethiopiatii Waayyee Oromoo Waatakka Wanni Irraa Beeytu hinjiruu Haka irraa fudhuu Habash iyyoo habasku dhaley

  5. ameeee said,

    May 22, 2012 @ 10:11 pm

    yaa aboo waal kaabajuu dhiisuu kenaatuu gaabrumaa kesaa bahuu kaadhadhabne. obbo lenco nuujiiradhaa maarii kesaaniss raabii isin haamilkesuu.
    gaalatomaa obbo lencoo enuumakoo kaanabeksisee isiin jiiradhaa raabii umrii kesaan haadheresuu

  6. Ayyaantuu Barii said,

    May 23, 2012 @ 1:22 am

    Asking Leencoo Lataa about Oromo people’s struggle amounts to asking a prostitute about marriage.Expecting Leencoo Lataa to deliver the result (today when he is old, bare hand and without any solid Oromo support ) he could not deliver when he was in command of heavily armed guerrilla of 20,000 is like is like expecting foal or pony from from mule. or is like expecting chicken from snakes egg.

  7. Yaadasaa Badhaasaa said,

    May 23, 2012 @ 1:54 am

    Leencoo is not the kind of person from who we Oromo should listen about Oromians struggle. He mental problem should be in a hospital. We have the record of all what he: did, said, wrote, the friend he keeps etc. Remember, today, one of Leencoo Lataa’s co- conspirator, Diimaa Nagoo has recently refuted the fact that OLF was established to liberate Oromia. Diimaa is today the best man of Leencoo’s forth coming marriage to Ethiopia. My biggest question I have for Leencoo is, ” Why did you organize and arm Oromo forces if you were to abandon them in the time when leadership was strongly needed? What makes me believe that this time around, you will not abandon me as you are known for?”

  8. Leencoo Lubbuun kee haa dheeratu! said,

    May 23, 2012 @ 12:21 pm

    J/ leencoo badii dalagamee amanuu keessan fi dhugaa jirtu himuu keessan ,akkasumas oromoof jecha bu’aa ba’ii keessa dabartaniif hulfinnni fi kabajinni bilisummaa isiniif haa ta’u.Namootni maqaa keessan baleesan fi xureesan diinota oromooti.
    Oromiyaan ni bilisoomti
    Yeroonis geesetti hawwiin isini bilisummaa oromoof qabdan waqqayyon akka ijaan isin hagarsuun hawwaa!
    Jabaadha hojjedha!
    Bilisummaan oromoo dhiyaate jira barruu oromoo akka seensiftan hawwiin qaba!
    Kan haarii fi qubaan haasoftan yeroo bilibilaan haasa gootan irraa ni hubatama.
    Jabaadha.
    Leencaa oromoo!

  9. 430 said,

    May 23, 2012 @ 3:07 pm

    obbo Leencho, Baaru Kumassa e’nuutu ajeese

  10. gurmuu biyaa said,

    May 23, 2012 @ 4:13 pm

    jallan raadiyoo marii galani kheeyssan gudaadha. Hayootii oromo iraa haala qabsoo teenyaa ifii seena oromoodha haga dandeesan iraa nuu gahuun heduu namati tola,eegan je, booda iti aana hayu duree duraani jaal leencoo wajiin mariin isin gootan kan nama gamachiisuudha.Akasuma jaale leencoonileen waan heduu yaroo dheeraaf nu rakaa turee ada nuu baasuun isa sanira aane gama fuuldurati aka tarkaafanu hasooyni isaa nu gargaara.Mayirati hala qabsoon teenya kheeysa jirtu tana gilgaalanii furmata iti soquun waan yaroon gaafatu waan taheef isii san iti nuu jabaadha.FAYAA TAHAA

  11. Dhimma ofii abbaatu dhimma said,

    May 23, 2012 @ 6:09 pm

    Raadiyoo marii biyyaa galatoomii ammallee jabaadhaan jadha.
    Obbo Leencoo isin ammoo waan yeroo fi barnoota keeysan oromof kennitaaniif galatoomaa
    Ani akka nama tokkoti naaf galeera. Jabeenyi keenya, ilaalchi hundinuu barbaachisaadha.
    IFLO yooniif gaafiif nuuf dhiyisitan heduun isin galatoomfadha

  12. Lata said said,

    May 23, 2012 @ 8:02 pm

    LENCOO LATA IS THE MOST SHIRUDEST PERSON ,HARD TO TRUST HIM BECAUSE ALLWAYS WHAT HE DID CONTRADICT WITH WHAT HE TALK

  13. hegare said,

    May 24, 2012 @ 4:20 am

    Qophessitoni radio kana jarasaa dhiyysitann ibisaa badha irraa nuu barsisuffi galatomma, funduralle hayyu garaa garaa dhiyyesitan rakkinaa sabba irraa marri akkaa itti fufitan abdii gudaa qabinna, obboo lencoo nellee olaa dimma jirru isuu guffane ammas qabbisso sabichatiffi furmatta garra keessanini akekunii heduu barbarchisaa yeroo gafatuu, kanaffi yadinni akannaa yoo itti fuffe oromoo daraa kanyya jellaa bayufffi shakkinii tokollee hin jirru.

    Gallatomaa!!

  14. YADESSA BADHAASAA Kutu said,

    May 24, 2012 @ 1:03 pm

    obbo leenco hedduu galtoomi you gave me a direction for our struggle and you helped me stop blaming you. yeroo meeqan irra dedebi’een interview kana dhageefadhe and you are amazing and you articulated your point in emaculate way. galatoomi, garuu Leencoo I know you can read our comments and I will like to beg you consider reconcilling with your former old commorades and creat strong and viable organisation that can lead us to our goal. I appriciate that you still believe in armed struggle and diplomacy as a means to persuade the enemy to come to negotiation. your points are clear and i don’t care who hates u as long as you can do sth better I will support you. waanti nuti dhabne amma jaarmiyaa jabaadha malee dhiira lolee nu lolchiisu miti, kan nuti dhabne gegeessa hubataa fi nama ofiifuu democracy sirna gadaati amanuudha. well come back to the scene jaalle Leenco Lata ammoo please stick to your point and make sure that you really mean what you preached me now, hamaa fi hammeenya dadhane amma we want action, dubbiin kee waan baraa qofa mitii waan barbaraan nama onnachiisuu fi nama barsiisuudha gltm!!!!!

  15. Meles Zenawi said,

    May 24, 2012 @ 6:34 pm

    Oromo, this is Meles Zenawi. Stop crying. I’m tired of listening to your cries. My plans for Oromo is as follows. Why did you think I would leave office in 2015 without killing Oromo nationalism by then?

    1) Similar to the interference with Islam, I’m planning to interfere with Evangelicalism in Ethiopia. Evangelicalism is dominated by Wollega Oromo; this will not be the case anymore. For this mission, my man Tamerat Layyne is in training. Give me a few months before the operation begins to take over Evangelicalism and put it under Habesha control.

    2) Likewise, I have also organized Mahibere Kidusan for Orthodox Oromos. Just look at your so-called Qeerroo in Facebook; they are more interested in Orthodox than your Qeerroo Oromo bullshit. They have also great Orthodox gospel songs in Oromigna; look it up in Youtube. For Mahibere Kidusan, I have Prof. Mesfine Woldemariame to thank. He’s a true Ethiopian and the mastermind of Mahibere Kidusan.

    Don’t forget that I purposely planned the Bale and Jimma burnings of Churches and conflicts between Muslim and Christian Oromos a year ago in order to set the condition for their disunity now. You can cry all day, but there is no way Christian Oromos will unite with terrorist Muslim fundamentalists who were burning churches in Jimma, and killing Christian people in Bale.

    By the time I retire from office in 2015, there will be no Oromo nationalism.

    Oh, we tricked you into alliance with Ginbot 7 since we wanted you to declare you’re Ethiopians for the religious conflicts we were planning in Oromia. Look at the Muslims, they are all saying they are Ethiopians. No mention of Oromo. Just like we planned it. And, since their job is done, Ginbot 7 is being broken up now; follow their breaking up news on Aigaforum.

    By 2015, OLF and Oromo nationalism will no longer be there, and I’ll safely retire from office. By then, EPRDF will convert to a multinational party, and OPDO will also be disbanded. If there’s no Oromo nationalism, who wants OPDO? Right?

    I have to thank Lencho Leta, my buddy in Norway; Dima Negew, somewhere in Europe; and Dawud Ibsa, in Asmara, for helping me accomplish my job.

    There is no retirement for me as far as OPDO is around to claim heir to the throne. OPDO needs to be disbanded.

    The reason I created OPDO was to counter Oromo nationalism. If there’s no Oromo nationalism by 2015 because of the actions I’m taking now in Islam Oromo, Evangelical Oromo, Orthodox Oromo and Waqeffetaa Oromo, why will I need OPDO after 2015?

    Let alone OPDO, even Oromia will not be there. Stop making my life difficult. I want a good retirement and a good success story to go along with it. My accomplishment will be obliterating Oromo nationalism. You will see.

    Don’t be the last person yelling Oromo in 2015. Join your brothers and sisters, and call yourselves Ethiopian Muslims, Ethiopian Christians, Ethiopian Waqeefetaas now.

    Stop crying. Let me retire safely by 2015 or you’ll make me break my promise again. If you make me break my promise of retiring in 2015, you’ll regret it. Do not try it.

  16. Qeerroo said,

    May 25, 2012 @ 5:59 am

    Erga hubatanii dubbachuu wayya. Waan hojjetamuuf ka’e hamma tokko haa’ilaallu. Mormuufi deeggaruuf hin’arrifannu. tarii oromoof waan gaarii ta’e karaa kana dhufuu dandaa’a. Walshakkuu dhiisnee garuu immoo waan ta’u haaxiinxallu.

  17. Tolaa said,

    May 25, 2012 @ 10:55 pm

    Dhibba keeyssaa dhibba kan ani jechuu fedhu… Namni nama kana abaare (arrabse) yookii habashaa, yookiis gantuu dha malee Oromoon nama kana yakka jedhee hin yaadu.

    Sammuu hubatu saba keenyaaf haa kennu rabbi

  18. Qeerroo said,

    May 26, 2012 @ 5:48 am

    Waldorgommiin siyaasaa fi miidiyaalee oromoo eenyuuf jedhamee akka ta’aa jiru naaf galuu dida. Raadiyoo bicuu bicuu taate asittis achittis bananii dhaggeeffattoonni torban dheeggatanii dhaggeeffachuu mannaa akka ESAT raadiyoo fi TV cimaa ta’e walitti gurmooftanii maaliif hinhojjenne. Adaraa, adaraa,adaraa, maqaa wareegamtoota oromoon isingaafanna waliif obsaa, gurmaa’aa, waldhaggeeffadhaa, ilaa fi ilaameen deemaa, qoraattii dhoqqee keessaa (basaastuu) of keessaa baasaa,…

  19. Obsaa said,

    May 26, 2012 @ 6:57 am

    Hawwineen nama farra qabsoo uummata ormoo ta’e natti fakkaata. Namoota inni nan deeggara jedhu (Glaasaa, Jaarraa Abbaa Gadaa fi kkf) isa qofa utuu hinta’iin ummanni ormoo martinuu ni deeggaruu. haata’u malee jarri kun eessa jiru. Isaan utuu jabbatanii qabsoo finiinsanii ammoo Hawwineen deebi’ee isaaninis mormuutti waan ka’u natti fakkaata. Kanaaf Hawwinee fi fakkaattooni isaanii namuma oromoof waa dalaguuf carraaquun mormu. Kaayyoon isaanii gurmuun OLF tokko tokkoon kufaa akka adeemtu ka barbaadan fakkaata.

  20. shckg said,

    May 26, 2012 @ 11:40 pm

    Warri as irratti waa barreessitan yoo Oromoo taataniif of qusadhaa.Yoo algaa taataniif dhuufuu harree yaasaa jirtuu hubadhaa.Leencoon Abbootii qabsoo tanaa warra hafan keessaa hangafa.Isaa fi Dimaanis bakka ar’a qabsoon geetee kanaan gayanii isaan dhiisnaan bakkuma isaan itti dhiisanitti dhaabatte.Ar’a deebi’anii ifaajeen wareegamtootaa,ummataa fi isaanii otoo agarruu hin kufin jedhanii socho’uun isaanii maaliif yakkatti ilaalama?Diinni isaan beekaa isaan sodaataa nu Oromoon maal irraa sodaanna.
    Mee murtiin mariin MN dabarsite muda qabaa?Warri marii irra turan sun haga isin warri as irratti barreessitan beektan hin beekan jettuu?Beekaan, manguddoon,qeerroo fi Oromoon hangas hedduumaatan sammuu qulqulluu oromummaatii akkanati walitti dhufanii waan rakkoo keennaa irratti mari’atanii beekuu?
    Mee obsaan waan deemaa jiru haa hordofnuu.Yoo tole keennaa ni ammanna.Yoo dogoggore keennaa ni gorfannaa haa obsinuu.

  21. qero said,

    May 28, 2012 @ 2:04 pm

    HI all,

    Thank you so much for discussing the past significant time. Once what happened is happened so we have to concentrate on the lesson we are getting from it. Saying that, still we need more discussion on the leadership of OLF-1991 to learn from it,

    1. What was the structural hierarchy of decision making on the 1991 time OLF?
    2. Who was the final decision making body either an individual or a team? who are they?and how did they do it, the big decision they made?is it by vote or by one person executive decision?
    3, Since the goal of the oromo people was not met, can we consider it unsuccessful? if so where was the weakness? may be the weakness was on information sharing or what was it? the reason I am asking is interns of experience and knowledge I don’t think OLF -1991 is less than Woyane but it looks there is some thing unexplained?can the discussion go deeper? as discussions like this are very helpful for the oromo youth.

    Appreciating the interview, I say thank you for all.

    Support the people!!! the true leader!!!

    qero

  22. Gebree weldamikaheil said,

    May 29, 2012 @ 9:46 am

    HI Obboo leencoo lataa Wanni Baroota dheeraaf Qabsoo Bilisummaa Oromoo Keessa Nurakkaature harra Ifanuubaate. Gaaffiii ? Sabu.ureessottiin OLF sumaafii Dimaa Nagoo Qofaa ? Oromoon Baay,ee Isanitti Kolfaa jiraa Kana beettuu kessaahuu sif diimaa nagoo

  23. Gaaddisaaa Hirphaa said,

    May 31, 2012 @ 2:08 am

    Attam jirtu? Qopheessitoota qophii Raadiyoo Marii Biyyaa fi mari’attoota Oromoo. Nageenyi badhaadhaa qilleensa irra isiin haa geessu.Yaadni ani isiniif dhaamu kan armaan gadii ta’a. Innis dhimma Qabsoo Bilisummaa Oromoo ilaalchisee yeroo ta’u , marii yookaan gaaffii fi deebii hayyuu qabsoo keenya Adda Bilisummaa Oromoo dadhabbii qabsoon gaafattu , wareegama sabummaaf barbaachisu kan raawwwataa turan J/Leencoo Lataa waliin kan gootan dhaggeeffadheen jira. Kanaaf namii lubbuun jiru dhugaa dubbachuun hin hafuu baga lubbuun nuuf jiraatten jedha.Rakkoon Qabsoo Oromoo daddaaqama adda addaaf galaase akkuma beekamu Oromoota sadoof qabsootti hirmaatan akka ta’e wal nama hin falmisiisu .Mariin har’a taa’amuu qaba jedhamus kan sana qajeelchee toora qabsoon bilisummaa saba tokkoof ittiin gaggeessamuun ga’uu qaba jedheen yaada. Warreen olola diinummaa akka nam-tokkeetti hoogganaaf qaban Oromummaan isaanii warra shakkii qaban akka ta’e of haa beekani. Haa ta’u iyyuu malee “maal haa baasuuf dhama raasuu”
    Utuu qabsoon dhugumatti fuuleffatamee ta’ee umurii itti sabi nu simatetti deebi’ee sabi nu hin himatu ture. KUDHA TORBA QABSOOFNEE KAN DIGDAMA GADHOOFNE isa kam qabsoon nuuf gaggeessan? Waarri maalummaa dadhabbi qabsoon qabdu hin argin qabsaa’ota kan komatan darbanii maaf hin qabsoofne? Warri foxxoqaan bara fixus maaliif fakkaattota isaaniin nu fixuu? Marii keessan dhimma qabsoo ilaalchiSee gootan kan daran jabina qabu ta’uu qaban jedha. Carraa gaarii milkii bilisummaan nu ga’u
    Gaaddisaa Hirphaa bakkan jiru irraa

  24. Bilissuma Dhufaa Jiraa said,

    July 31, 2012 @ 9:18 am

    Dear our Oromo people,

    I just want to reflect my feeling after listening to the interview by Obbo Leencoo Lata with Radio Marri.

    1) Please learn respecting our patriotic people. He deserves our respect whatever way he wants to struggle for the Oromo people. We should learn that there are different ways of struggling against repression. Let him have the right to do it the way he thinks better. Please stop humilating one another. There is no any reason and any logic why some of us think Obbo Leencoo becomes against his people/ the Oromo for whom he has even given his life and worked for his age. I think we all have the right to struggle for the Oromo people the way we think is more productive and efficient. What we all should avoid is fighting each other and fight our foes. Never ourselves. In any way we struggle agianst our enemy is an input to the struggle for our freedom. Finally, I would request all Oromo intelectuals work for the common purpose in whatever form or strategy you want to contribute to the struggle for freedom. I personally do not see any problem in welcoming Obbo Leencoo to struggle for the Oromo people in any way he thinks is better. So we should give him the chance of doing things in different way as for sure he knows well what our people need.

    Sincerely,

  25. hunduma said,

    August 7, 2012 @ 4:56 pm

    obbo leencoo sagalee keessan dhagayuun guddaa nu boonsa sababiib isaa ati hayyuu keenya keessa isa tokko ati hojii jalqabdanii jirtta n kana hanga galamatti itti nuu fufaa waanta feesisu hundaa wal bira jira .hedduu galatoomaa sababantonni oromoo hundumtuu.

  26. hatahuu garuu said,

    August 9, 2012 @ 8:10 am

    inni irra jiru erga humaayyuu sochoosuu dadhabee, akka barbaade haa godhu jalaa goraa, waggaa dheeraa kana oromoof dhibamee, ittis beela’e, dheebotes, garuu har’a oromoo gabrummaa jalatti awwaaluuf jedha jennee hin yaannu. wanni inni yaade oromoof ykn ummata keenyaaf yoo tahe isa ala jiru maaltu galchu, ofumaa lafaan of tumtu malee murteessaan ummata oromoti, kanaaf afaan keessan qabadhaa taha.

Leave a Reply