For users with low Internet speed, follow the video in an audio format; simply press "Play" on the "Listen Now" picture/icon on the right side. Or Click Here.
More Videos
RAB: Part-2 Interview with J/ Dhugaasaa Bakakkoo, Chairman of OLF, and also Part-3 of Interview with Prof. Mohammed Hassen
June 3, 2012 – Radio Afuura Biyyaa presents part 2 of its interview with the chairman of OLF, J/ Dhugaasaa Bakakkoo on the Oromo struggle towards freedom, part 3 of its interview with Prof. Mohammed Hassen on the history of Oromo, fresh news from around the globe and many more.

Title: RAB: Part-2 Interview with J/ Dhugaasaa Bakakkoo, Chairman of OLF, and also Part-3 of Interview with Prof. Mohammed Hassen
Duration: 01:26:29
Category: Culture/History/Language/Religion, History, News, Politics
Added on: June 3rd, 2012























Garraamii said,
June 3, 2012 @ 4:17 pm
Gaaffii fi deebii kana keessa ijoon dubbii guute.Utuu kana caalaa sagaleen qulqulluu tahee akkam tola ture.RAB fi J.Dhugaasaanis oolaa bulaa.
(Report this comment as inappropriate.)
Hundarraa said,
June 3, 2012 @ 4:37 pm
J.Dhugaasaa,dubbiin kee jajjabina nutti bulcha.Abshir!Of duuba deebiin hin hafne.
(Report this comment as inappropriate.)
Mawulaa said,
June 3, 2012 @ 4:44 pm
Tokkummaan haqa irratti hundaawe uumamnaan waa hedduutu ifumaan furama.Namuu waldhiisee diinatti fuula deeffata.Qawwenis qabsoon dhufa.Dhuma Wayyaanenis qawwee hi tumanne.Utuu tokkoomnee diinni keenya lola malee harka kenna.Tokko haa taanu yaa firaa.
(Report this comment as inappropriate.)
Fatuma said,
June 3, 2012 @ 4:51 pm
Warri akka J.dhugaasaa haqaa fi Dhugaaf dhaabbatan utuu jiranii wareegamni ummata keenyaa gatii malee hin hafu.Gurri dhagahu dharaa fi dhugaa adda ni baafata.Wayyoo! yaa ayyaanlallattootaa fi gantootaa.
Sareen isin nyaatte.
(Report this comment as inappropriate.)
Nagelle Wariyo said,
June 6, 2012 @ 6:21 am
I didn’t listen to J/ Dhugaasaa’s interview. I know he is one of the few leaders who spent his whole life in the bush. I wish him well
(Report this comment as inappropriate.)
Yaadesaa Badhaasaa said,
June 9, 2012 @ 1:23 am
Jiraadhu J/Dhugaasa an amma ammaati Oromoo si jibbus kan sirraa shakkii qabus hin garree, haala kanati gargaaramii osoo ooltee hoin bulin tokkumaa Oromoo fi qabsaawota Oromoo jabeessi diinni saree haa nyaatu!!
(Report this comment as inappropriate.)
Abbaa Haqaa said,
June 9, 2012 @ 10:07 am
Hi All Oromoos Dr diimaa Nagoo / Leencoo Lattaa Hey Isin Amaaraa Takkaa Oromoof Hinyaannee Yaa Habashoota Waayee Oromoo Keessaa Harka baaasaa Yaahattuu Amaara ilmaan Amaaraa Mee Ummata duratti Assbahaa Ajaa,iba Agartanii Akkam
(Report this comment as inappropriate.)
lolaa Ja'aa said,
July 4, 2012 @ 9:55 pm
J/ Dhugaasa jabadhu ! “warqeen harkaa qaban sibila.” jedhani. Oromoon burjaajjessitootaa fi abdikutattootaan afaan faajja’iinsa irratti tuulame off-irraa qolachuun kan hin oollee.
Umurii Dheeradhu !!
Silaa jiruu fi jireenyi kee cufti ka Oromooti.
(Report this comment as inappropriate.)