GadaaTubelogo2013_1
Gadaa.com | Oromia/Oromo | Gadaa.com REPORTS | Chronology | Events | Bookstore | About Us | Contact

Radio Afuura Biyyaa presents Afran Qalloo Golden Jubilee

Gadaa.com For users with low Internet speed, follow the video in an audio format; simply press "Play" on the "Listen Now" picture/icon on the right side. Or Click Here.
Rating:
1 Star2 Stars3 Stars4 Stars5 Stars
Loading ... Loading ...
Comments (7)
Description:

Radio Afuura Biyyaa presents Afran Qalloo Golden Jubilee

Gadaa.com

Comments

Comments (7)

  1. sichee said,

    July 2, 2012 @ 12:41 am

    http://au.news.yahoo.com/video/national/watch/29849614

  2. Saanii Ali said,

    July 2, 2012 @ 9:15 pm

    Jara keenya fayyaa dayaa waan oromoo laalchisu haga dandayamutti gurra Oromootiin gayuu keeysaniif.
    Garuu bara shantaman AFRAN QALLOO jetanii hoggaa katabdan waan dogogoraan Arfan Qalloo jettaanii waan bareeyisitaniif dogogoraa, fuulduraaf AFRAN QALLOO JETTANIII AKKA BARREEYSITANIIN KABAJAAN ISINGAAFADHA.
    galata argadhaa.

  3. abdii biyyaa said,

    July 5, 2012 @ 3:45 am

    Afran jechuunii fi arfan jechuun garaagarummaa hin qabu.

  4. Alem said,

    July 8, 2012 @ 10:42 pm

    Your program is good and keep it up.And please ask for me those concerned about the dream I have which is as follows.
    Lets establish Gada Government of Oromia In Exile
    The Government of Oromia in Exile will have its people representaive and congress.
    Lets do it. It helps to lead us out of this confusion.

    My second dream is the establishment of Federal Government of Gada in Exile.The Federal Government of Gada will represent all operessed people in Ethiopia and lead the struggle towards freedom according to the principles of Gadaa.Lets be the leader and beacon of hope to all.
    The Government of Gada will have its representaive from Sidama, Afar, Ogaden,etc.Lets start the lead and see what will happen.
    I am sure if Oromo takes the lead every body will follow.

  5. Roobaa Wadaay said,

    July 22, 2012 @ 5:11 pm

    Yaa ilmaan Oromoo, baga jiraanne. Jireenya keenya keessatti hubannoofi yaadannoo babbareedoo hellee jirra. Kana qofa mitii kanneen nama yaachisan, nama dogongorsaniifi namas aarsan qabaachuun keenya hindagatamu. Arraaf wanuma gararreetti akka yaadaatitti barreefame qofarrattiin waa xiqqo jechuu fedha.

    Afran Qallooti moo Arfan Qallooti? Wa drri lameenuu tokkuma jedhu dhimma irraa dubbachaa jirru kan hubatan hin fakkaatu. “Afran Qalloo” maqaa beekkamaadha. Maqaan tokko tokkichuma dhalootaan moggaafameef malee moggaasa biraa hin qabaatu. Maqaan kuni Oromoota kanaan “Arfan Qalloo” jedchuu fedhan birattiis “Afran Qalloo” qofa jechuudhaan beekkamuu qaba. Maqaan garaagarummaa sadarkaa godiinaatiin mul’atu hinqabaatu. Kanaafuu maqaa kanuma dhalootaan qabuufi miseensoonni kutaa hawaasaa kuni ittiin of beeku qofaan haa yaamnu. Warri “Arfan Qalloo” jettaniis dhugaa kana hubachuudhaan akkuma obboleeyyan keessan ittiin of beekaniin “Afran qalloo” jedhaati waamaa.
    Yaanni kiyya hammanuma; kanumaan Nagaatti jiraadhaa

    Roobaa Wadaay

  6. Jamaal Geetaachoo said,

    August 14, 2012 @ 12:55 am

    Bara baraan nuu jiraadha, hangaftoota miseensa “Afraan Qaloo” taata hundii keessanuu seenaan yoomiyyuu isin hin dagatu.
    Jamaal Geetaachoo magaalaa Baatuu irraa

  7. Sori said,

    November 3, 2012 @ 6:25 pm

    Jiraadhu yaa arfan Qalloo Dagaagii Guddadhu

    Afuura nuun ga’uu kan Aadaa Godhadhu

    Seenaa Yaadachiisi Daandii Dheereffadhu

    Ofkali Barabaraan Jiraadhu

Leave a Reply

Comment Authentication (Please enter these characters as shown below in order to SUBMIT your comment).