For users with low Internet speed, follow the video in an audio format; simply press "Play" on the "Listen Now" picture/icon on the right side. Or Click Here.
More Videos
Radio Simbirtuu, 05 Adoolessa 2012
Beeksisa Radio Simbirtuu:
Title: Radio Simbirtuu, 05 Adoolessa 2012
Duration: 01:00:20
Category: News
Added on: July 8th, 2012





















Oli Bulii said,
July 10, 2012 @ 1:26 pm
Dursee Nagaya jirtuu?
Radio heddumaate yeroo har’aa keessattuu kani empire Ethiopia saba fi sablamota hunduu kani nama dhibu Radio,Television ,paltalk ,you tube fi face book dabalee sirba ,arti fi beeksisa barreefama kijibaa waggaa 3000 sadii deebisuuni xuqur sawu jechuuni ,duula qindaawaa qorqalbii Oromo hundeen jijjiiree ammasi oli aantummaa nafxanyaa deebsee aadaa fi seenaa Oromo hundeen buqisaanii dhala Oromo keessattuu shamarranii dargaggoo Oromo sammuu jiijjiiruu qabsoo irraa abdii kutachiisuuf akka Oromummaa qaanfatu gamtaan hojjachuu erga eegalanii waggaa 15 xumuratanii jiru.Garuu waggoota 5 dabranni duulli jiruu hedduu sodaachisaadha.
Gama Oormo yoo deebinuu diigumsaa fi faca’uuni saba Oromo maqaa ABO Oromo kessatti bal’atee deemaa jiru Habashootaa daandii dasee godhee irra gulufaa jiru.Radio walitti banachuuni Oromo gandaani deegee Paltalk sa’a 24 hojjatu irratti Oromooni gandaa lagaan walitti duulee wali facaasa hamilee kennee warri warana paltalk Bobbaasu warra ABO ofiin jedhudha Radion fi TV Maqaa Oromon baname hundi habashaa deegaree saba Oromotti duulaa jira Oromon ummata faca’aa abbaa dhabee fi ibdii keessaa alaan itti labsame nama irraa dhaamsu dheedhaa duula keessaa alaan Oromo irratti labsanme kana hubachuuni warri Oromo taatani oromon loluu safuu godhaa didaa .Qabeenya, Beekomsaa fi yeroo qabdan akka adaa fi qabsoon Oromoo dagaaguu hojjadhaa rabbi laalaa badaa jirraa diinni farra jijjiratee wal nyaachuu dhiisaa ?
Tokkumman keenyaa bilisummaa fida.
(Report this comment as inappropriate.)