GadaaTubelogo2013_1
Gadaa.com | Oromia/Oromo | Gadaa.com REPORTS | Chronology | Events | Bookstore | About Us | Contact

Radio Marii 7-22-2012

If you're unable to make the above audio-player work, please click here for the actual audio-file.

Rating:
1 Star2 Stars3 Stars4 Stars5 Stars
Loading ... Loading ...
Comments (17)
Description:

Oromian Explorer @ OromianExplorer.org

Comments

Comments (17)

  1. Furata Alemayehu said,

    July 23, 2012 @ 10:15 am

    Nagaan siniif haata’u warra Raadiyoo Marii sagantaa keessan baa’iyee gaarii ta’ee vidiyoon adobe reader irratti nuu ergitan banamuu irratti nu rakkisaa jira.Kanaaf sana otoo nuu jijjiiruu ykn wayyeessuu yaaltaniin jedha.Galatoomaa

  2. Jaallaa Abdii said,

    July 23, 2012 @ 12:10 pm

    Where do yoy put Prophet Eliaja, that fought with the king at that time? Is the bible change and say respect the killer? Is Isiaha chapter 61 verse 1-3 changed?

    Please pray and read the bible properly

  3. Dule said,

    July 23, 2012 @ 4:30 pm

    Qopheessitoota Radyoo Marii,

    Gaaffii fi deebii isin namoota waliin gootan hedduu gaarii dha. Kan har’a Jaarsa biyyaa Prof Efreem waliin gootan kana saba lamaafan baay’ee jaaladhe.

    1. Maanguddoo kabajaan haasofsiisuun keessan baay’ee natti tolera. Media kan biroo irratti addaggeen warra alagaa jaarsa kana kabajaa yeroo isaan dhorkatan waanan dhaga’eef isin immoo attam gootu laata jedhee yadeen ture. Warri alagaa garaa isaanii keessaa jaarsa kana kan jibban enyummaadhuma isaaniitiif. Isin kana hubattanii akka warra manaatti simachuukeessaniif galatoomaa.

    2. Ijoo dubbii keessan utuu hingadhiisiin qabxii barbaachisoo ta’an waan gaafattaniif waan hedduu irraa dhageenye.

  4. Abdii Boruu said,

    July 23, 2012 @ 6:03 pm

    Gaaffii fi deebii Professor Ephrem Issac waliin gootan dhaggeeffachuuf hedduun fedha. Garuu hoomaa dhaga’uu hin dandeenye. Kanaaf akka akkaataa dhaga’amuu danda’utti irraa deebi’aa nuug tamsaasa adaraa keessan. Galatoomaa

  5. Leenca Oromoo said,

    July 24, 2012 @ 1:06 am

    Yaa kabajamtoota radio Marii!Maali akka jedhee isin Eebbisuun wallaalee ..Horaa bulaa akka hin jenne kuni kan warra kamiinuu jedhamu waan ta’eef jechoota haga ammaa hin jedhamin barbaade, isiniif dhabe… Garuu akka narra hin laalle kaa hadaraa.Haga isin jaaladhu,guddinna irraan kan ka’een jechoota isiif dhabe malee akkuma namoota biroo galatoomaa, eennifamaa, horaa bulaa, umrii dheeradhaa jechuu hin wallaalle..Kanaaf yoo haala kanaan itti kan fuftan ta’e anumtuu boruuf isin abdadhee jiraa, oromoon ammoo waan jedhu hin beeku, garuu mee gaafii takka qofa naaf deebisaa??? :- Haga ar’aatti maaliif oromoo irraa turtan? Eessa turtanii?Achitti isin komadhee jira.. Maaliif yoo jettanii dandeettii akkasii baattani, yeroo oromoon Media walabaa dhabee, gara dhugaa fi dhara ittiin adda baafatu wallaalee bara 20 Ol dhama’u San eessuma turtani??Homaa miti.. Bishaan Kan kufe Ol hin qabanii , Kama hafe dhaqqabanii mee nutti Jabaadhaa ..Yoo waaqayyoon nudhaqqabee salphinna kana keessaa kan baanu taate,Galata keessan anii isinii kafaluu hin dadhabu.. Oromoon ammo waan godhu beekaa , haga sanii isin nurraa hin laafinaa.. Gargaarsa ammaaf yoo isin barbaachise akka itti isin gargaaruu dandeennuun qofa nuuf himaa.. Isin cinaa jirraa.. Mahayana naaf Turaa.. Rabbiin afaan tokko NUHAA godhu..

  6. tabba laaloo said,

    July 24, 2012 @ 9:28 pm

    waaqayyo nagaa sabaa fi sablammii biyya itoophiyaa keessa jiraniif bara baraan haa kennu.

  7. Hawwinee barii said,

    July 25, 2012 @ 1:48 am

    Jaarsi salphoon dhiiga ilmaan obboleessa isaatii illee hin falmine ni kijiba. ABO’n obbo Dhugaasaa Bakakkootiin hoogganamu jaarsa kana waliin quunnamtii tokko illee hin qabu. Jaarsi kun jaarmaa basaasaa fi tikaa wayyaaneef akka hojjetu ifatti beekama. Kanaaf, haasaan isaa haasaa objuu fi ta’e jedhee afaanfaajjii ittiin Oromoo keessatti hojjechuu fi gartuu Leencoo Lataafaa gargaaruuf akka ta’ee nammi keenya hubachuu qaba. Jaarsa Oromootu lafa irraa dhumnaan, Jaarsa ergamtuu wayyaanee jaarsummaa ergataa ABO’n?

  8. ilaalloo@yahoo.com said,

    July 25, 2012 @ 2:05 am

    We members of OLF do not know this so called Ifreem who is pretending to reconcile OLF factions. There are many pure and genuinely concerned Oromo elders who can reconcile OLF factions. So this guy must shut up and look for employment else where. By the way, he is not an Oromo and works closely with Ethiopian government establishment.

  9. dilbii said,

    July 25, 2012 @ 2:33 am

    jabaadha efrem isac nama jabaadha qulqullu dha

  10. Gorbaa said,

    July 25, 2012 @ 8:03 am

    Negotiation is the means of searching for any possibility solution without surrendering ones self. But, in the case of Oromo leaders, are they really mindful ? Do they have any plan B, or they will fall again under the dead fall which is prepared by trickers ?

  11. Raagaa said,

    July 25, 2012 @ 3:09 pm

    Hawwinee,

    Oromoon jaarsaan “salphoo” hin jedhu. Addagguma akkasii eessaa barte? Yaada maanguddoo jaalatan ni fudhatu, jibbanimmoo itti dhiisu malee maaguddoo takkumaa hin arrabsani. Safuu dha. Ati abbaa hin qabduu? Lammata immoo, “gartuu Leencoo Lataa degeruuf” jette. Gartuu isa kanaa gartuu isa sanaa jechuun kun amma morma nu ga’ee jira. Yaada xinnoo akkasii gati. Maaloo haa guddannu, fuulduratti haa adeemnu.

  12. Lammii said,

    July 25, 2012 @ 10:50 pm

    Commonsense tells us that any ‘peace’ attempt by Prof Ephrem always ends up in favor of the tyranny. For me, any negotiation with Kamaal Galchuu is nonsense, at best. Kamaal committed the gravest political crime in the eyes of most Oromos. So, any negotiation with him bound to fail.

  13. Salaale said,

    July 26, 2012 @ 10:53 am

    Homaa dhagahuu hin dandeenne jarana ….please I want to listen to what this prof. had to say .

  14. Qanquree Atomsa said,

    July 29, 2012 @ 10:47 pm

    The proffesor has a very hard job infront of him and I wish him good luck.He will be dealing with Oromo leaders who want complete freedom from the Habashas and those who are complete submissive to the Habashas.The hardest of all will be how to deal with power hungry and ruling edict Habashas who dont understand logic but force and violence.His brother and his nephew understood the problems of the Oromo people and died in the hands of the Habashas for the Oromo people. I wonder what kind of an acceptable vission he has for the Oromo people because self determination will only be achieved not through nagotiations but through breaking the will of the enemy who are terrorising our people on the dayly bases.

  15. addiss said,

    August 2, 2012 @ 1:39 pm

    it about time he did this interview. he was doing ethiopian government job. thier is big problem in ethiopia and he dosent want oromo people to rise up. this is planed interview. we can smell this it is dirty game. where they were for the past 20 years.

  16. Abba boruu said,

    August 4, 2012 @ 11:15 am

    B/G will not kneel down for derg -monishaa. Do you know what you are talking about, and who you are talking about?

  17. BONAA ROBA said,

    August 22, 2012 @ 3:10 pm

    ILLIMMANI OROMO WAALI TA AA

Leave a Reply