May 15, 2012 at 6:48 am · Gadaa.com
By RACHAEL GRAY | The Garden City Telegram
Muna Ibrahim says she loves living in Garden City.
A 32-year-old mother of six, Ibrahim said the quality of education has improved for her children. Four out of six of them attend Florence Wilson Elementary School.
Before she and her husband, Mamfoud Mohamed, moved to Garden City in 2008, Ibrahim lived in Kansas City, Mo.
The community has been welcoming and has given the family many opportunities, Ibrahim said.
Read more: http://www.gctelegram.com/news/oromo-picnic-5-14-12#ixzz1uv0esILi
May 15, 2012 at 6:28 am · Gadaa.com
Caamsaa 15, 2012
Akkamu hedduu kennya hubannutti ummata Empaayara Itopia keessa qophatu harki guddaan Islaama. Haa tahuu malee, hamma yeroo dhihootti islamummaan madda kabajaa fi ulfinaa osoo hin tahin akka asxaa salphinaa fi gad aantummaatti ilaalamaa turee jira.
May 8, 2012 at 10:21 am · Gadaa.com
Metropolitan Transportation Network Inc. is on the move, figuratively and literally.
The Coon Rapids-based company has embarked on new construction in Fridley for its expanding transportation services, and its client list just keeps building.
April 22, 2012 at 1:26 am · Gadaa.com
(Oromedia, 22 Ebla 2012) Guyyaan Gootota Oromoo bara kana sadarkaa guddaatti eenyummaa ummata Oromoo calaqqisuun akka kabajame odeessi biyyoota addadda irraa argame hubachiise.
Oduun biyyoota addunyaa addaddaa keessaa bahaa jiru akka ibsutti sabboontoti Oromoo bara kana keessa Guyyaan Gootota Oromoo kan kabajatan gootota Oromoo qabsoo Bilisummaa irratti wareegaman yaadachuun callaa miti.
-- Full Story (Oromedia)
April 15, 2012 at 8:08 pm · Gadaa.com
(Qeerroo, Finfinnee, 15 Ebla 2012) Sochiin Bilisummaa fi Dimokiraasii Dargaggoota Oromiyaa kan gabaabbibaan Qeerroon Bilisummaa ibsa guyyaa hundeeffama Qeerroo waggaa tokkoffaa ilaalchisee baase keessatti warraaqsa wagga tokkoof walitti aansee finiinsaa ture keessatti hojii boonsaa dalaguu isaa ibse.
-- Full Story (Qeerroo.org)
April 14, 2012 at 8:17 am · Gadaa.com
Ebla 13, 2012 Gabaasa Qeerroo Iluu Abbaa Booraa
Waraanni Mootummaa Wayyaanee Godina Iluu Abbaa Booraa keessatti bobba’e dargaggoo Oromoo kanneen ta’an karaa irraa fi magaalota keessaa ukkaamsanii mana hidhaatti darbaa jiraachuun beekame.
-- Full Story (Qeerroo.org)
April 14, 2012 at 8:15 am · Gadaa.com
Ebal 13, 2012 Gabaasa Qeerroo Wallaggaa
Godina Wallagga Bahaa aanaa Limmuu Magaala Galiilaa keessatti barsiisotni Oromoo marii OPDO fashalsan.Poolisoota Wayyaanee barsiisota dura dhaabbachuuf yaalanis darbbanii bira darbanii jiru.Dabballootni Mootummaa Wayyaanee OPDO jajjabeessuu qabna jechuun marii isaanii yoommuu banan Barsiisotni Yeroon ammaa Yeroo itti OPDO jajjabeessan osoo hin tahiin barbadeessani mirga hiree murteeffannaa ummattootaa kabachiisuu dha.
-- Full Story (Qeerroo.org)
April 13, 2012 at 5:16 am · Gadaa.com
Africa has long observed taboos against changing the national boundaries given newly independent countries during decolonisation. Whether or not the boundaries were optimal, African leaders thought that trying to rationalise them risked continent-wide chaos. Ironically, there have been few African border conflicts since independence, but the number of internal conflicts has been high ... The debate over Sudan’s future, therefore, clearly could affect all of Africa.
-- Full Article (issafrica.org)
April 12, 2012 at 1:36 am · Gadaa.com
Ebla 11, 2012 Gabaasa Qeerroo Giddaa Ayyaanaa
Mootummaan Wayyaanee Godina wallaggaa bahaatti waraana bobbaasuun uummata Beenishaangul Gumuz hiriirfatee waliin tahuun aanaa Giddaa Ayyaanaa bakka Dirree guddaa jedhamutti uummata nagaa 8 fi bulchaa gandaa Obbo Margaa Toleeraa jedhaman ajjeesanii jiran.
-- Full Story (Qeerroo.org)
April 12, 2012 at 1:34 am · Gadaa.com
Ebla 11, 2012 Gabaasa Qeerroo Amboo
Basaastonni Wayyeenee barattoota fakkaatanii mooraa University Amboo galuun barattoota Oromoo saaxiluuf Mootummaa Wayyaanee irraa dirqama fudhatanii Yuunivarsiitii Amboo keessatti barattoota Oromoo yeroo dheeraaf diinatti gurguraa turan qorannoo qeerroon saaxilamanii jiran.
-- Full Story (Qeerroo.org)