Ummanni Oromoo Godina Iluu Abbaa Booraa Waraan Wayyaanee Ummata Jeequutti dhangaa gurguruu dide
Ebla 13, 2012 Gabaasa Qeerroo Iluu Abbaa Booraa
Waraanni Mootummaa Wayyaanee Godina Iluu Abbaa Booraa keessatti bobba’e dargaggoo Oromoo kanneen ta’an karaa irraa fi magaalota keessaa ukkaamsanii mana hidhaatti darbaa jiraachuun beekame.
Comments are closed.



