Gadaa.com
Gadaa.com



Comments (1)

Qeerroon waadaa Diddaa Karaa Nagaa Haaromse!

(Qeerroo, Finfinnee, 15 Ebla 2012) Sochiin Bilisummaa fi Dimokiraasii Dargaggoota Oromiyaa kan gabaabbibaan Qeerroon Bilisummaa ibsa guyyaa hundeeffama Qeerroo waggaa tokkoffaa ilaalchisee baase keessatti warraaqsa wagga tokkoof walitti aansee finiinsaa ture keessatti hojii boonsaa dalaguu isaa ibse.

Full Story (Qeerroo.org)


Gadaa.com

1 Comment

  1. Falmata oromia said,

    May 7, 2012 @ 5:02 am

    Woggaa 2ffaa isaatti immoo oromia bilisoomsuu qaba!!!!!