Guyyaan Gootota Oromoo sadarkaa olaanaan kabajame
(Oromedia, 22 Ebla 2012) Guyyaan Gootota Oromoo bara kana sadarkaa guddaatti eenyummaa ummata Oromoo calaqqisuun akka kabajame odeessi biyyoota addadda irraa argame hubachiise.
Oduun biyyoota addunyaa addaddaa keessaa bahaa jiru akka ibsutti sabboontoti Oromoo bara kana keessa Guyyaan Gootota Oromoo kan kabajatan gootota Oromoo qabsoo Bilisummaa irratti wareegaman yaadachuun callaa miti.
Comments are closed.



