Gadaa.com
Gadaa.com



Rakkoo Dabballoonni Wayyaanee Babal’isan irraan Walitti Bu’insi Uummata Oromoo fi Benishangul Gumuz Itti fufe

Ebla 10, 2012 Limmu‏ Godina Wallaggaa bahaa aanaa Giddaa Ayyaanaa keessatti walitti bu’insi uummata Oromoo fi Uummata Benishaangul gidduutti itti fufee jira.Guyyaa kaleessaa walitti bu’insa aanaa Giddaa Ayyaanaa Bakka Dirree Guddaa jedhamutti uummatni lameen kun wal dhabanii Uummatni Beenishaangul 2 lubbuun isaanii darbee gariin yoommuu madaa’aan Miidhaan uummata Oromoo irra gahe yoo dhibes waraanni mootummaa Wayyaanee uummatni Oromoo akka miidhamaniif meeshaa hiikkachiisaa jira. -- Full Story (Qeerroo.org)

Comments off

Basaastotni Mootummaa Wayyaanee Amantii keessa seenuun uummata gooluuf dirqamni itti kennamuun saaxilame!‏

Ebla 11, 2012 Qeerroo Finfinnee Mootummaan wayyaanee Manneen Amantii keessatti siyaasni gaggeeffamaa jira maqaa jedhuun basaastota fi amanamtoota mootummaa Wayyaanee poolisii federaalaa keessatti argaman manneen amantiitti namoota amantii sana hordofan fakkeessitee oduu funaanuuf qophaa’uun ishee saaxilame. -- Full Story (Qeerroo.org)

Comments off

Godina Shawaa Lixaa Mana Barumsaa Gudar Sad. 2ffaa keessatti diddaan itti fufe!‏

Ebala 10, 2012 Gabaasa Qeerroo Gudar Godina Shawaa Lixaa Mana barnootaa Gudar Sadarkaa lammaffaa keessatti barattootni Oromoo gaaffiin mirgaa nuuf haa deebi’u jechuun diddaa itti fufan. Barattootni mana barumsaa sadarkaa Lammaffaa Gudar kanneen gaaffiin keenya armaan duraa nuu hin deebine,Barsiisaa fi Barataan Mootummaan goolamuun haa dhaabbatu jechuun diddaa qabsiisan. -- Full Story (Qeerroo.org)

Comments off

Diddaan Barattoota Oromoo Itti Fufee Mootummaan wayyaanee Barattoota ABO dha Jechuun Yakke

Ebala 11, 2012 Qeerroo Naqamte Mootummaan Wayyaanee Yuunivarsiitii Wallaggaa keessatti barattoota Oromoo karaa nagaa mirga Oromummaa gaafataa jiraniin isin Miseensa ABO ti jechuun barnoota irraa arii’uuf akeekkachiisa dhumaa kennuun gabaasai nu gahe addeessa.

Comments off

Aalam Dachaasaa’s choice: an impossible decision and a lonely death

Comments off

Ibsa Gaddaa: J/ Siraj Adam Abdi Bitootessa 31, 2012 Boqote

Miseensa gameessa ABO kan ture Jaal Siraj Adam Abdi Bitootessa 31, 2012 boqotuu isaaf ABOn gadda guddaa itti dhagahame ibsa. Jaal Siraj Adam Abdi bara 1966 keessa abbaa isaa Adam Abdi fi haadha isaa Zeynaba Garada irraa baha Oromiyaa konyaa Carcar magaalaa Bordoodee tti dhalate. -- Ibsa Guutuu (OromoLiberationFront.info)

Comments (8)

Wal dhabdeen KGG OPDO keessatti dhalachuun amantootni Wayyaanee yeroo dheeraa hojii fi aangoo irraa ari’aman‏

Ebla 10, 2012 Gabaasa Qeerroo Finfinnee Rakkoon Miseensota Koree Gidduu Galeessaa fi Koree Hojii raawwachiistuu DH.D.U.O keessatti dhalachuun hojii irraa wal arii’aa, aangoo irraa wal buusuun jeequmsa gidduu isaaniitti uumee jira. Walgahii isaanii Torban kana taasifame keessatti waldhabdii guddaanii fi walshakkiin gidduu isaaniitti uumamuun aangoo irraa wal darbanii jiru. -- Read More (Qeerroo.org)

Comments off

Azawad’s Declaration of Independence Without Exercising the Right to Self-Determination (Referendum) Draws Rejection

Here are news stories of the newest African state of Azawad, where rebels declared independence without administrating a referendum to exercise the right to self-determination of the Tuareg people. - BBC: Mali Tuareg rebels declare independence in the north "The absence of a referendum to prove a popular mandate ..." - Foreign Policy: Can Azawad win international recognition? "As far as I can tell, there is no legal basis, or indeed a particularly strong political basis for the establishment of a new state." - Al Jazeera: Tuaregs claim 'independence' from Mali

Comments off

Qeerroo: Basaastotni Mootummaa Wayyaanee, Wayyaanumaan reebaman!

Ebla 09, 2012 Gabaasa Qeerroo Finfinnee

Comments off

Zenawi’s Embassy Pleased With BG Kemal’s OLF’s Move, Says “It’s Encouraging”

Meles Zenawi joins Ginbot-7's Euphoria about End of Oromo Struggle. Zenawi's Embassy pleased with BG Kemal's OLF (Gadaa.com - April 2, 2012) - Labelled a Surrender by many Oromo nationalists, the political move of BG Kemal Gelchu's OLF (the faction popularly known as Group-7 among Oromo nationalists) has been welcomed by the Atse Zenawi's Embassy in DC. In the latest issue of Washington Post, Wahid Belay, a press officer with the Ethiopian Empire's Embassy in Washington, said, "If they [BG Kemal's OLF] are committed to being a part of the system, then it's encouraging." It's to be noted that Group-7 has ...

Comments (15)

« Previous PageNext Page »