Gadaa.com
Gadaa.com



Oromia-Ethiopia-Ogaden: Racialized Geography of Food Insecurity in Ethiopia, and G8 Summit

From an insider's point of view, two patterns are most salient about the unfolding threat of food insecurity in Ethiopia:

Comments

Jaallan Qabsaawoti Biyyaa fi Kabajamtoonni Artistii Oromoo maal nuu dhaamanii???

Jaal Afandii Siyyoo: Jaal Qaasim: Jaal Hirphaa Gaanfuree: Jaal Elemoo Alii: - Source: Qeerroo.org

Comments

Oromia-Ethiopia: Radio Afuura Biyyaa Presents the Latest Stories

Comments

Gabaasaa Walgayii Gootota Oromoo Munshiin

Caamsa 05 2012 Miseensoti Tokkuma Barattoota Oromoo Biyya Jarmanii (TBOJ), Oromoo Munshinii fi naannoo isaa Caamsa 5 bara 2012 magaalaa Munshinitti waliiti dhufanii jaallan qabsaawota Oromoo otuu bilisummaa saba isaaniif falmanii yeroo,bakka fi, haala gara garaa jalatti lubbuu isaanii jijjiira hinqabne dabarsanii kennan yaadatanii oolanii jiru.

Comments

Ibsa Ejjennoo Guyyaa Goototaa Magalaa Munshinii

Miseensotii Tokkuma Barattoota Oromoo Biyyaa Jarmanii (TBOJ) fi, Oromoo Munshinii fi naannoo isaa jiraatan Caamsa 5 bara 2012 magaalaa Munshinitti waliiti dhufanii jaallan qabsaawota Oromoo otuu koloneffataa Itiyoophiyaa falmanuu yeroo gara bakkaa fi haala gara garaa jalatti lubbuu isaanii jijjiira hinqabne dabarsanii kennan yaadatanii oolanii jiru. Akkuma beekamuu guyyaan gootota Oromoo kan kabajamuu Ebla 15 yoo ta'uu haala jireenyaa biyyaa ambaa irraa kan ka'ee Oromoonni bakka jiranitti guyyaa fi haala isaaniif mijayyeetti kan yaadatan ta'uun isaa ni beekama. Dhuma yaadannoo kanarratti miseensotii TBOJ fi Oromooti bakka kanatti argaman ibsaa eejjannoo armaa gadii kana baasuun xumuranii ...

Comments

25th Anniversary of Oromo Community in the UK

All Oromos and friends of Oromo Community You are cordially invited to attend an exciting educational and cultural event to mark the 25th anniversary of the founding of the Oromo Community in the UK. Program: Date: 19 May 2012 2:00pm–7:00pm Presentation and Discussion Guest speaker: Prof. Asafa Jalata, Professor of Sociology, Global Studies, and Africana Studies at the University of Tennessee 7:00pm-11:00pm Entertainment and Cultural Music with Renowned Artist Abbabaa Abbashuu Food and drinks will be served. Venue: Islington Central Library, 2 Fieldway Crescent, London N5 1PF Transport: Buses: 4, 19, 30, 43, 271, 393 Underground: Highbury and Islington Station (Victoria Line), Holloway station (Piccadilly Line) Management ...

Comments (2)

Oromia-Ethiopia: List of Oromo Nationals and Others Killed and Detained in Gadab Asaasaa on April 6, 2012

Citing the Oromia Human Rights and Justice Council, Ayyaantuu.com has released the list of Oromo nationals and others killed and detained during the Hassasa Gadab Massacre of April 6, 2012. The Massacre was carried out by Atse Meles Zenawi's Abyssinian-Woyane forces, which has been militarily occupying Oromiyaa since 1991. Report from Ayyaantuu.com: On April 6, 2012, hundreds of Oromo nationals and others have been detained in Western Arsi Zone, Gadab Asaasaa district, in connections with the current movement for the right of religious freedom by followers of Muslim religion, and are waiting to appear in court. The following are among those detained. -- ...

Comments (1)

Poem – Let Oromia BE Oromia Again

By Mosisa Meka* Let Oromia be Oromia again. Let it be the dream it used to be. Let it be the pioneer on the plain Seeking a home where he himself is free. (Oromia was Oromia to me.) Let Oromia be the dream the Oromo dreamers dreamed-- Let it be that great strong land of Aba Gada Where never kings connive nor tyrants scheme That any man be crushed by one above. (Oromia was Oromia to me.) O, let my land be a land where Liberty Is crowned with no false patriotic wreath, But opportunity is real, and life is free, Equality is in the air we breathe. (There`s never been equality for me, Nor freedom ...

Comments

Walaloo: Biyyaa ABBAA

Bookuu Badhanee irraa*

Comments (2)

Djibouti: destitution and fear for refugees from Ethiopia

The following report is from the Oromia Support Group (OSG), a non-political organisation which attempts to raise awareness of human rights violations in Ethiopia. OSG has now reported 4407 extra-judicial killings and 992 disappearances of civilians in Ethiopia. Hundreds of thousands have been placed in illegal detention, where torture and rape are commonplace. To read the full report (pdf format), please click here.

Comments

Next Page »