Gadaa.com
Gadaa.com



Gadaa.com ⇒ Land Grab Comments (2)

Oromia-Ethiopia: Renaissance of the Serfdom in Oromia – Alarming Rate of Land Grabbing

The following press release is from the Oromo Liberation Front’s Info Desk (OromoLiberationFront.org)

- Read in Afan Oromo
- Read in Amharic


Gadaa.com

2 Comments

  1. Ossanaa Bungul said,

    December 19, 2011 @ 6:41 pm

    Har’a kan barbaachisuu badii dinni dalaga jiru afarsuu osoo hn taane, qabsoo diina rifaassisu dha!! Isa himaa jirtan kana Ummatni keenyas ta’e aduunyaan ni beeka. Rakkinoolee wayyaaneenis taate moototiin duraani nurraan gahaa turan odeessa ooluurra, ACTION , Yookaan Sochi Qabsoon itti babal’achuu malu yaaduu dha. Isaaf ammoo dandeetti hin qabdan!! dhaloota baddan waan ta’eef Gochaa dinootiin gaggeessa jiran ” Press Release” Mali’oona ta’u maqaa dhaaba ilkeen irraa dhumatteen heedduu dubbifne. Ummata ijaaranii qabsootti bobbaasuu, loluu, diina biyya Oromoo qabatee jiru akka inni halkan rafee hin bulle gochuu malee marsaa irratti xibaaruun hiika hin ta’u. Osoo maqaa dhaaba kanaan odeessuu dhiiftani garii dha. Lafa jirtanitti bashannanaa, yoo dhira taatan ummata gidduu seenaatii hojii dhiirri akka Isaayyaas Afawarqii, Malas Zeenawii faa dalagan ummata keessanitti agarsiisaa!! Press Release rakkoo umatni keessatti qabamee jiruufi furmaata tokkollee fiduu hin danda’u!! Sababaa keessaniif Oromoon Horii ta’eem!!?? Wantaa babbareedaa barreessuuf dandeetti guddaa qabdan!! Gartuu Qaaniif wal ijaarte!! Torban dhufu’oo maal baasuuf qophaa’aa jirtan?? Dil’uu duwwaan!!

  2. dhuga said,

    December 22, 2011 @ 12:27 am

    Dilu qofa osso hitain frewmashi fa a waan warra gudiseen hoganamufi dubbin keesi fago kadeemeefi ka deeget waa arga jedhanimi ree seena qorachufi oddefano dhuga jala demun bu.a qaba itti fufa