Qeerransoo Biyyaa Sirba Tokkee “Qabsoo Qabatamaa”, Jedhu Baasee
Qeerransoo Biyyaa albamii sirba tokkee “Qbasoo Qabatamaa” jedhu baaseeraa. Muziqaa tokkeen kun waa’ee rakkoowwan jajjabiduu mooraa Qabsoo Bilisummaa Oromooo muudatan irratti yaada callaqisiisa. Sirbi tokkeen kun keeennaa Qeerransoon bara haraa kana Oromoota maraaf kenne. Tokkeen kun yaadannoo WBOfi qabsaa’oota Oromoo hudaaf haata’u. Sirbi kun tokkummaa Oromoo jabeessuuf maaloota harawa dhawa. Kayyoon isaa inni guddaan haamilee namootaa kakaasuudhaan gabroomftaarratti akka xiyyeeffatan gochuudha. Baga Bara Haraa 2012 Geessan! Barri kun bara, tokkummaa, bara qabatamaan bilisummaaf hojjechuufi bara jaarmiyaalee keenya tokko goonu Oromootaaf haata’u. Qeerransoon sirba kana fuulduratti meeshaadhaan qindeessuuf karooree jira.
Sirbicha tokkee dhageeffachuuf funyoo kana xuqi:
5 Comments


Saxilaa Shanootaa Asmara said,
December 30, 2011 @ 3:49 pm
Kuni sirba miti Qeerroo dhaabni jedhu tasa hin jiru.Kuni Shane Dawit Ibsaa waani maallaqaani funaanuufi Oromoo soba jedhee bara 2011 baafateedha .Dura dhaadannoo Gadaa bilisummaa jedhu ture amma qeerroodha.Kuni walaloo hedduu rakasa ta’e ganda shanee
Asimarati .kuni akiiiiiii kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk sobadha gayee galaa harka kennaa isini OPDO Eritirea maafi akka Oromooni isinitti beeke baruu diddani.
(Report this comment as inappropriate.)
Galana said,
December 30, 2011 @ 9:33 pm
What a beautiful song! A must know for all Qabsaawota Oromo! Thank you for posting!
(Report this comment as inappropriate.)
Muudana said,
December 31, 2011 @ 11:04 am
Qeerransoo,
galatoomi!! The pragmatic, inclusive and smart OLF must be able to accomodate all the five visions of the future five Gadaa political parties regarding the types of walabummaa Oromia. Actually, the five Gadaa parties can have not only the different types of walabummaa as their visions, but also can compete on the type of the future economic order, which Oromia will have after the public decision on the future type of walabummaa Oromia. That means we do have three political phases in front of us:
- now we are in the phase of bilisummaa, where all Oromo nationalists should cooperate with each other and coordinate our efforts to get rid of the now colonizing Gujile in Finfinne palace.
- then comes the walabummaa phase, in which the five Gadaa political parties will compete and be ruled by the public verdict when the Oromo people will choose our beneficial type of walabummaa.
- at last, the five Gadaa political parties can choose which type of economic order they want to implement in the future sovereign Oromia with the to be chosen type of walabummaa.
For instance Birmajii can be a communist party, Duuloo a socialist, Melba a social democrat, Muudana a liberalist and Roobale a nationalist conservative. Again and again, now what is important is that in the currently ongoing bilisummaa phase, all Oromo nationalists with the different convictions regarding the types of walabummaa and types the future economic arrangement must have tokkummaa of purpose to liberate the suffering Oromo nation from Abyssinian subjugation! There is nothing under the sun, which hinder us from working together in order to achieve this! Let’s open our minds, eyes and hearts! Rabbi/Waaqa bless the Oromo and Oromia!!
(Report this comment as inappropriate.)
Ganamo said,
December 31, 2011 @ 2:34 pm
Here comes again aite fayiss (muudanaa, walfidaa, etc.)! Fayiss do you really understand how primitive you sound? Your first word “galatoomi” would have been enough if you really liked the song. Every thing you wrote after that confirms your immature mental status.
Galatoomi.
(Report this comment as inappropriate.)
abba magaal said,
January 2, 2012 @ 9:45 pm
kuni sirbaas miti walaloos miti sima tubeeka garuu yanni kee nuuf ifa galatoomi garuu A.B.O . ati jettu qaata nafxanyaa jalatti gadlte nut hin beeknu kana . garuu nuti baay’fte kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk
(Report this comment as inappropriate.)