Gadaa.com
Gadaa.com
Gadaa.com Comments (3)

Ayyaanni Guyyaa Gootota Oromoo sirna hoo’aadhaan kabajame

Gadaa.com

(Oromocentre, Melbourne, 16 Ebla 2012) Hawaasti Oromoo biyya Australia, magaalaa Melbourne keessa jiraatan ayyaana Guyyaa Gootota Oromoo, Ebla 15, sirna hoo’aan kabajatan.

Ayyaana Guyyaa Gootota Oromoo Ebla 15, 2012 waaree booda magaalaa Melbourne, wiirtuu Hawaasaa Paddy O’Donoghue Centre jedhamu keessatti kabajame irratti hawaasti Oromoo maatii isaanii waliin hirmaatuun gootota Oromoo Bilisummaa Oromiyaaf lubbuu isaanii wareegan mara kabajaan yaadatanii jiran.

Full Story (OromoCentre.org)

Gadaa.com

Gadaa.com

Gadaa.com

Gadaa.com


Gadaa.com

3 Comments

  1. hubadhaa said,

    April 17, 2012 @ 10:15 pm

    http://www.oromomedia caqasaa

  2. bravo Oromo! said,

    April 18, 2012 @ 7:34 am

    Sodaa lubbu tiiya jedhee,
    biyaa be’ee
    garba che’ee
    hin jiradhuu
    kan bir tahee
    biyya fi biyye toraatin
    sabaa fi adaa koo keeysati
    haqqa falmachun naa murti.

  3. Salphina said,

    April 22, 2012 @ 6:17 am

    Hawaasa Uummata Oromoo hedduu fakeenya ta’uu danda’u yoo jiraate uummata Oromoo Australia Jirtanidha. Jabaadhaa. Rabbi akkanuma isin haa cimsu.