4 replies on “Oromia-Ethiopia: Three-Day Campaign on Human Rights and Land-Grabbing a Success”

  1. Unit is strengthe!!! Tokkummaan humna!! Good job. Baga milkooytan warra bakkoota biraa jiruuf fakkeenya gaarrii taatan.

  2. Ilmaan Oromo Galatoomaa!
    Hojjaa gaariidha. Kan Warra diina wajjin dhaabbatte irra kanafe, warri Bilisummaa Oromootti amanan akkas
    waliin bahuu ni danda’u.
    Waan xixiqqoo haadhiifnu. Waan Saba keenya haadursinu!!!!!!

    Oromian ni bilisoomti!!!

    Kolbaa

  3. Dalagaan akkanaa kun Itti haafufu! Qabsoon yaroo namtti tole adeemsifamee yaroo biraa waan dhaabatu miti. Qabsoon sochii walirraa hincinne dha. Bilisummaa booda illee taanaan qabsoon waan dhaabbatu miti.

Comments are closed.