Widgetized Section

Go to Admin » Appearance » Widgets » and move Gabfire Widget: Social into that MastheadOverlay zone

FinfinneTribune.com is Gadaa.com

Contemporary Oromo Women’s Fashion and Style – In Pictures and Videos

Posted: Waxabajjii/June 2, 2012 · Finfinne Tribune | Gadaa.com | Comments (8)

Gadaa.com
(Photo Credit: OromoCentre.org; full version given below)

Aaddee Ayyaantuu Bantii, Winner of “Best Dressed Woman,” Africa Day, Dublin, Ireland.
(Photo Courtesy of Africa Day Dublin)

Gadaa.com

Please find more information about Oromo fashion in the Winter 2010 issue of Ogina.org by Dr. Peri Klemm, an African Arts historian at the California State University, Northridge.
Gadaa.com

Gadaa.com
(Photo Credit: OromoCentre.org)

Oromo Fashion Show – Oromo Girls and Women (Music by Taajuu Shurrubee)

Wallo Oromo Women’s Fashion and Style (Northern Oromiyaa)

Gadaa.com

Gadaa.com delivers information on Oromia and the Horn of African region: top news stories and analyses, politics, and culture, arts & entertainment, and more.

Gadaa.com

8 Responses in THE COMMENT SECTION

  1. tokkummaa walloo

    Jun 3, 12 at 9:29 am

    qophisitoota qophii sbo akkam jirtan ..? nagaa keessanii….?nuti qeerroon oromoo yeroo maraa isiin cinaa jirraa isiiniis jabaadhaa sochiin keessan baayyee namattii tolaa .haata.uu malee ilmaan oromoo roorroo jalaa bahuuf tokkummaafi walii galtee nubarbaachisa.kanaafuu ilmaan oromoo biyyaa ambaa jiraan fi kan biyyaa keessaa wbo keenya ciinaa dhaabbannee mormatuu qabna.dhaamsa kiyyaaf baayyeen isiin galateeffadha..!!!

    NAGAA WAJJIIN…!!!!

    GALATOOMAA..!!!!

    NAGAA WAJJIIN ….!!!!

    GADAAN GADAA BILISUMMAATI…!!

    INJIFFANNOO UMMATA OROMOOTI.

    QABSAA.AAN NIKUFA QABSOON ITTI FUFA..!!!

  2. tokkicha obsa

    Jun 3, 12 at 10:34 am

    BAYYEE NAMATTI TOLAA ADDAN KENYAA AMMALE JIRADHA GALLANI KESSAAN BILLISSUMAA SIINIF HAWWAA DHIGAA KOO .

  3. Jaallaa Abdii

    Jun 3, 12 at 12:17 pm

    Viva Oromia,
    I am very happy the way this beautiful young Oromo lady respond to the question by the interviewer. This will show to any one who has the doubt about the civilized and modern gada system. It is shows the Oromo culture is wealthy.

  4. Bonso Berisso

    Jun 3, 12 at 1:26 pm

    Hoojji bonsaa hojjata jirtan jabadhaa!!!!!!!!!

  5. Mortaar

    Jun 3, 12 at 11:30 pm

    Gaazexessitoonni Oromoo gara Walloo adeemanii sagantaa yoo qopheessan hedduminaan argaa hinjirru. Maaliif? Yaroo baay’ee sagantaa warri Amaaraa Amaariffaan qopheessan, oromoota Amaariffan haasofsiisanii nuuf dhiyyeessu. Kun ta’uu hinqabu. Oromoon Walloo Afaan Oromoon waa’ee aadaa isaa fi seenaa isaa gammachuusaafi dallansuu isaa yoo ibsu arguun barbaada.

  6. Obsaa

    Jun 3, 12 at 11:41 pm

    Aadaa oromoo akkana bareedu kana nafxanyaan nujalaa diqaalessee balleessuuf ka’e ture. Rabbiif galatni haata’u utuu hinbadiin ture. Haata’u malee aadaa kana jabeessinee qabachuu fi guddisuu irratti hujii baay’een hojjetamuu qaba.

  7. H&T

    Jun 4, 12 at 12:44 am

    We are really impressed with the way she described the cultural ornaments. We have learned a lot from her. If it was not for our weak community she would have gotten full scholarship to Journalism school. She is truly amazing and very dynamic speaker.

  8. Falmataa Biyaa

    Jun 5, 12 at 11:11 am

    Gadaa.com,

    Exceedingly a great job. Continue boosting the moral of the Oromo Nation.

    For a Nation, whose people have been humiliated, abused and put down it is very important to uplift our pride and self esteem.

    Thank you, thank you!

    I AM an OROMO and I AM BEAUTIFuL.

    OROMO people are Beautiful in all aspects, i.e. in peaceful coexistence with national and international neighbors, in being out going, generous and accommodating.

    We are endowed with abundant natural resources, wonderful landscapes, and wealth that are being robbed by aliens.
    A great and beautiful Nation must NOT be recolonized. If you believe in yourselves, you will stand up for your rights.