ABO: Dhimmaa Guddaa
(ABO Damee Beeksisii fi Qunnamtii Alaa) Kun sagantaa Hiriira Mormii hawaasti Oromoo, Ogaaden, Sidaamaa fi Itoophiyaa biroo Adoolessa 1, 2012 magaalaa Melbourne keessatti jila mootummaa Wayyaanee dura dhaabbachiif taasisan ilaalchisee qophaa’ee dha.
Hiriira kana irratti ergamtoota Wayyaanee qaanessuun akka walgahiin dhimma diaspora Wayyaanee fashalu godhanii jiru.
——————————–
(OLF Information and Public Relations Office) The program shows the tensions boiled over at an east Melbourne hotel as Oromian, Ogadenian, Sidama and Ethiopian nationals protested against the presence of the TPLF’s delegates in Australia.
Comments are closed.

