Widgetized Section

Go to Admin » Appearance » Widgets » and move Gabfire Widget: Social into that MastheadOverlay zone

FinfinneTribune.com is Gadaa.com

ABO: Kora Gamtaa Kutaalee USA fi Kaanaadaa Kan Bara 2013 – Adooleessa 3-6, 2013 (Magaalaalee Lakkuu Minneapolis Keessatti)

Posted: Caamsaa/May 6, 2013 · Finfinne Tribune | Gadaa.com | Comments (6)

KoraGamtaaKutaaleeUSAfiKaanaadaa2013

Gadaa.com

Gadaa.com delivers information on Oromia and the Horn of African region: top news stories and analyses, politics, and culture, arts & entertainment, and more.

Gadaa.com

6 Responses in THE COMMENT SECTION

  1. naji

    May 7, 13 at 5:50 am

    what try to tell oromo ppl, meeting there meeting here mn, dc,canad,oslo.
    oromian ppl need some body protect them back home in oromia . not band show around the world pls wbo, olf ,dawod ibsas oromian ppl crying back home,pls lisen to voicless oromian. yaa allah nu gargri!!!!

  2. Hawwinee Barii

    May 8, 13 at 12:07 pm

    This meeting is being called by Shanee Gumii. Therefore, Oromo people should ignore it and focus on putting pressure on OLF to unit. Shanee Gumii is using the unity declaration to strengthen it self at the expense of finalizing the unity toward merger. Shanee is using the old tactics of crying for unity in public and sabotaging it in secrete. Oromo people should not attend any meeting called by Shanee unless it is called by all the OLF faction in unison.

  3. qoosama qabsoo

    May 16, 13 at 12:19 am

    yaa shanee huujjiin kankee walgahii yaamte sirbuu qoofa?

  4. cacabsaa fakkeesiitu

    Jun 2, 13 at 9:18 pm

    Nutii maqaa irraa hajaa hin qabnuu nuttii kan feennuu diina nu ajeessaa, hidha, biyyaa nuharidhaf, lafa keenya irraa nubuqaasaa fi qabeenya keenya saamaa jiru kan nuraa kaassee mirga keenya nudeebiisuu feena . walga’i dhabba haraa dhabbuun dhomaa nuffayyadu. nutii qabatamaan waan hojeetamee qofa arguu feena.

  5. cacabsaa fakkeesiitu

    Jun 2, 13 at 9:19 pm

    haata’umee

  6. Barento

    Jun 25, 13 at 11:59 pm

    Yaa obboleysa kiyya at dhuga jatte. Yoomi guyyaan Oromoon oduu dhiise kara (action) tarkaanffiitti cehu laata? Oromoo 40,000 oli mana hidhaa keessa jira, manni hidhaa Oromoo fuudhuu didee kan biraa jaaraa jiran. Oromoo Mayyuu fi Mulluq araddaa 9 keessaa wayyaaneen Somalee liyuu polic warra jedhamu itti bobbaaftee loon saanii irraa bojitee dubartoonni Oromoo naannoo isaani irra godaansifaman amma muka jalatti dhalaa ykn da’aa jiran kan gubbaan roobaa fi aduun itti walfaraqaa darban. Oromoon lafa abbaa fi haadha isaa irraa ariamee kadhattuu karaa irraa ta’aa jira. Haga yoomitti Oromoon walbubuusaa, tokkummaa dhabuun diinaaf karaa bal’isaa deema? Haga yoomitti Oromoo irra rakkoon kun hundi otoo irraa jiruu nuti haala kanaan oduu qofaan jiraanna? Kan biraa kan na dhibu tokko namni obboleysa isaa kan afaan tokko dubbatu, kan aadaa takka qabu fi kan biyya takka waliin qabu waliin waliigaluu dadhabe akkamitti nama ambaa kan afaan biraa dubbattu, kan aadaan isaas kee tirra addaa kan yeroo hunda waan gaarii siif hin hawwine waliin walii galuu danda’ame?