FinfinneTribune.com is Gadaa.com

‘Follee Entertainment’ Presents Artists Abebe Abeshu & Abdi Nuressa – Live In Concert on June 29, 2013 in DC/VA/MD

Posted: Caamsaa/May 17, 2013 · Finfinne Tribune | Gadaa.com | Comments (1)

Gadaa.com


Gadaa.com
Gadaa.com

Gadaa.com delivers information on Oromia and the Horn of African region: top news stories and analyses, politics, and culture, arts & entertainment, and more.

Gadaa.com

One Response to THE COMMENT SECTION

  1. Walmalee

    May 24, 13 at 4:54 am

    Haayya kaa! Namootni dalagaa tana dalagaatii jirtan galatomaan jedha. Arstistoota teenna haabashaan fiddee yoo DC irrattii habashootaaf sirbisiiftu garaan nagubachaatii ture! ee kaa ammaan tana,maqaa Oromoo bareedaa tanaan(Foolleen) yoo wellistoota Oromoo fiddaanii uummata teenna naannoo Dc jiran bashanasiiftan, garaa habashootaa hedduu ni gubdan. Nuyii Oromootaaf garuu kabajaadha.Gara fuula durallee weellistoota bebbekamuu Oromiyaatii fiddani akka aartii teenna habashaan dominate goote san uummata biroo biratti akka beeksifttan abdiin qaba. ee kaa jabaadha jedha.