Widgetized Section

Go to Admin » Appearance » Widgets » and move Gabfire Widget: Social into that MastheadOverlay zone

FinfinneTribune.com is Gadaa.com

ABO: Qophii Bashananaa – Adoolessa/July 5, 2013 (Walgayii Ummataa – Adoolessa/July 6, 2013)

Posted: Waxabajjii/June 15, 2013 · Finfinne Tribune | Gadaa.com | Comments (3)

Gadaa.com

Gadaa.com

Gadaa.com delivers information on Oromia and the Horn of African region: top news stories and analyses, politics, and culture, arts & entertainment, and more.

Gadaa.com

3 Responses in THE COMMENT SECTION

  1. abba garaa

    Jun 15, 13 at 7:35 pm

    kkkkkkkkk magani sitti magani maali qophiin bashanana cidha mo aruuza jira fuudhafi heeruma bakka isiniin hin qabnu nuti yo qophi gadda gabrumma tate ni dhihaanna kanif yaro biratti nuuf dabarsaa bashannana kana hin dendeenyu odoo garaan nu booyu akka hawaasni kenya keeysa jiru garra garuu isiniif rakkoon oromo tun cidha taaate fakkaatti saniif bashannantani !!

    • asaanti oromoo

      Jul 6, 13 at 7:47 am

      yaadii keessan bayyee namati tola haa ta,u malee umtnii oromoo kan mana hidhaa keessati kan siree gubba ciise kan osoo roorroo baqatuu bakketi kufe kan barbaacha dhabee jira mee jara kanaaf sabaa keenyaf bashanannu dhisnee yoo walii keenyaf tanee mal qaba rakkon ummatni oromoo qabu eddu dha mee isaa furmaata haa soqnuu pls wal gargaarun aadaa keenyaa haa ta,u yeroon kun nuf yerooti gaddati male yeroo gammachu mitii hunduu amma waraaqan biyya bakke harkaa isaa ga,uuti kan waa,ee oromummaan isaa itti dhagayaamtu isaan booda karaa itti jireenya mataa isaaf matii isaa foyyeesu barbaada kun maliif ta,a yoon dogoggore dhiifama jedhee galatooma

  2. owwaaree

    Jun 19, 13 at 9:07 am

    Abbaa garaa waan oromoo mudachaa jiru hedduu nama gaddisiisa, garuu maal jedhamuutu irra ture, qophii gaddaa qabna koottaa dhaa? moo maal jechuu feete? mee waa jechuun dura waan tahu yaadi, fiiguun dura garamitti, maaliifan fiigaa ilaaluun hayyummaa dha, waan jedhaa duras maalan jedhaa, yoon ani jedhe namni maal na tilmaamaa beekuun hayyummaa dha.
    fayyaa tahi