FinfinneTribune.com is Gadaa.com

Waamicha Waligayii Tokkummaa Barattoota Oromoo Jarmanii (TBOJ)

Posted: Waxabajjii/June 15, 2013 · Finfinne Tribune | Gadaa.com | Comments

Adeemsa hojii TBOJ fi haala qabsoo bilisummaa Oromoo irratti mariyachuuf koree hojii geggsituun gaafa Waxabajjii 22 (sanbata duraa) bara 2013 waaree boda saatii 14:00tti magalaa NureenBerg kessatti waligayii miseensotaa egaluf qindaawera. Waligayiicha irratti bakka bu`onnii Adda Bilisummaa Oromoo argamuun ibsas ni kennu.

Kanaafu miseensoti damilee TBOJ martinuu akka sagantaa waligayii irratti yeroon argamtaniif kabajaan isiin aferra.

Qunnamtii: Odeefannoo dabalataan argatuuf
015210536858 fi tboj.uosg@gmail.com

Injifatnoon ummata Oromoof!

Koree Hojii Geggesitu TBOJ
Waxabajjii 14 bara 2013


Gadaa.com
Gadaa.com

Gadaa.com delivers information on Oromia and the Horn of African region: top news stories and analyses, politics, and culture, arts & entertainment, and more.

Gadaa.com