Gadaa.com
Gadaa.com Comments (1)

Ilmaan Oromoo fi Oromiyaa Halaagatti Beeksissan!

Holland

Holland

Holland

Holland

Holland

Holland

Holland

Holland

Holland

Holland


Waxabajjii 15, 2013 Ilmaan Oromoo dararamma, hidhaa fi sarbammuu mirga abbaa biyyuummaa mootummaa garbomfaata Wayyaannee Oromiyaa keessaatti raawwaacha jiru jala baaqaatani biyyaa Hollandii kolugaltummaa gaaffaatani dhimmii issaani fudhaatama dhaabee alaa jiracha jiraanii sagantaa ummata Oromoo fi biyyaa Oromiyaa beeksissuu magaalaa guudditti Neezeelandii (Hollandii) gaggefamme irraatti ummani biyyoota adda adda irraa qooda fudhatan yoo ta’u Obbo Mulugeeta Moosissaa miseensa gameessa ABO hirmatoota sagantaa kan irraatti argamaniif eenyuummaa sabaa keenyaa fi ummani Oromoo mootumoota Itoophiyaan jaaraa 19 irraa qabe sarbammuu mirga fi dararama jala akka baqatani ummani Oromoo qabsoo abbaa biyyuummaa fi hiree-murteeffanaa gaggaeessaa akka jiru ibsa baala kennani jiru. Akkasuma nyaani aadaa Oromoo fi ufaata aadaa Oromoo beeksissame, akkasumas weelissa beekama Mahadii Seeka, weelistu Angaatuu Baalchaa fi dargaggoo Mommaad Abdii ummata sagantaa kana irraa qooda fudhatan borssani jiru.


COMMENTS

RULES FOR COMMENTING:
Gadaa.com values your inputs, and to maintain a positive environment of discussion, the following rules will be enforced for comments. When you click SUBMIT COMMENT below, you are agreeing to abide by the following rules.
1. Apply common-sense respect and courtesy. Feel free to express your thoughts within the limits of civility.
2. Personal attacks, offensive language and unsubstantiated allegations are not allowed.
3. By submitting your comments, you take all the responsibility, legal or otherwise, for your comments.
4. Comments are naturally short. Long comments may be removed; for long comments, feel free to submit them as articles to be posted on their own.
5. Gadaa.com reserves the right to remove comments that do not follow the rules stated here.
6. Frequent offenders of the above rules will lose future posting privileges.

How to Use the New Comment Section
1. One can sign in using social networking services (if using this, click on "Sign In With your preferred social networking service")
2. One can also comment as "Guest" (no log-in required; for this, click on "Pick A Name" AND check the "I'd rather post as guest" button.)
(ONLY NAME and EMAIL are required; no password needed if commenting as Guest.)
3. To SUBMIT comments for moderation, click on the "Arrow" sign.

Disclaimer: Opinions expressed in comments do not reflected the views of Gadaa.com unless explicitly stated otherwise by Gadaa.com; Gadaa.com IS NOT accountable for any thought and content of comments.


Gadaa.com

1 Comment

  1. hawwinee barii:

    June 18, 2013 @ 10:42 am

    This is an excellent job by Obbo Mulugeeta and Oromo in Holland. Thank you so much and let all of us follow this example. Letting host countries know who we are and why we left our country should be the first priority in our struggle for Oromiyaan independence.