Gadaa.com Comments off

Beeksisa Walga’ii WWDO

Walga’iin WWDO idleen Dilbata Adoolessa 07, 2013 sa’aa 7:00w.b. irraa eegalee geggeeffama.

Guyyaa kanatti akkuma walga’ii dabre irratti walii-galamee karoora gabaabaa fi dhimmoota belbletu ummata keenya mudataa jiru irratti marii ji’a dabre geggeessineef karoora hojii koreen Hoji-raawwachiiftuu baase manni mari’atee dabarsa. Akkasumas, akkaataa fi tooftaa ittiin gurmuulee dargaggoota Oromoo biyyoota adda-addaa keeysa jiranii waliin network uummannu irratti mariin dabalataa ni geggeeffama.

Kanaaf, miseensoti WWDO fi dargaggooti Oromoo naannoo DC, MD fi VA jiraattan marti guyyaa kanatti dhuftanii sagantaa keeya qophii bashannansiisaa fi barsiisaa adda-addaa if keeysaa qabu irratti akka qooda fudhattan waamicha Oromummaa kanajaan isiniif dhiyeesina. Guyyaa kanatti keessummaa addaas ni qabna.

Waliin bashannanaa tokkummaadhan hojii Oromummaa yaa jabeessinu!

Bakki walga’ii: Wajjira Jaarmiyaa Hawaasa Oromoo (6212 3rd St, NW Washington, DC 20011)
Guyyaa: 07/07/2013 (Adoolessa 07, 2013)
Sa’atii: 07:00 w.b.

Dargaggoon Oromoo Irree Oromiyaati!
Koree Hoji-Raawwachiiftuu WWDO


COMMENTS

RULES FOR COMMENTING:
Gadaa.com values your inputs, and to maintain a positive environment of discussion, the following rules will be enforced for comments. When you click SUBMIT COMMENT below, you are agreeing to abide by the following rules.
1. Apply common-sense respect and courtesy. Feel free to express your thoughts within the limits of civility.
2. Personal attacks, offensive language and unsubstantiated allegations are not allowed.
3. By submitting your comments, you take all the responsibility, legal or otherwise, for your comments.
4. Comments are naturally short. Long comments may be removed; for long comments, feel free to submit them as articles to be posted on their own.
5. Gadaa.com reserves the right to remove comments that do not follow the rules stated here.
6. Frequent offenders of the above rules will lose future posting privileges.

How to Use the New Comment Section
1. One can sign in using social networking services (if using this, click on "Sign In With your preferred social networking service")
2. One can also comment as "Guest" (no log-in required; for this, click on "Pick A Name" AND check the "I'd rather post as guest" button.)
(ONLY NAME and EMAIL are required; no password needed if commenting as Guest.)
3. To SUBMIT comments for moderation, click on the "Arrow" sign.

Disclaimer: Opinions expressed in comments do not reflected the views of Gadaa.com unless explicitly stated otherwise by Gadaa.com; Gadaa.com IS NOT accountable for any thought and content of comments.


Gadaa.com

Comments are closed.