Widgetized Section

Go to Admin » Appearance » Widgets » and move Gabfire Widget: Social into that MastheadOverlay zone

FinfinneTribune.com is Gadaa.com

Artisti Almaaz Tafarraa Boqotte (1957-2014) | Artist Almaz Tefera Passes Away

Posted: Bitootessa/March 23, 2014 · Finfinne Tribune | Gadaa.com | Comments

Gadaa.com expresses its condolences to Artist Almaz’s family, friends and fans.

—————————-

Gadaa.com

(Oromedia, 23 Bitootessa 2014) – Dhukkuba kaansarii dhiigaan dhukkubsattee yaalamaa kan turte, Artisti Almaaz Tafarraa Bitootess 22, 2014 addunyaa kana irraa du’aan boqochuun ishee beekame.

Bara jireenya ishii aartii fi Afaan Oromoo guddisuu irratti gahee guddaa kan gumaachaa turte artisti Alamaaz Tafarraa, addunyaa kana irraa kan dabarte hospitaala Poolisii Finfinnee keessatti otuu wal’aanamaa jirtu ta’uu oduun nu gahe addeesse jira.

Read Full Story (OroMedia.net)

————————————

OMN: Artist Almaz Tefera Passes Away

(OMN News, March 22, 2014) – OMN has just confirmed that the legendary Oromo singer Almaz Tefera has passed away today March 22, 2014. Our sources have informed us that she died in a hospital in Finfinne and currently her body is been transported to her hometown where she will be rested … – OMN

Gadaa.com

Gadaa.com delivers information on Oromia and the Horn of African region: top news stories and analyses, politics, and culture, arts & entertainment, and more.

Gadaa.com