Widgetized Section

Go to Admin » Appearance » Widgets » and move Gabfire Widget: Social into that MastheadOverlay zone

FinfinneTribune.com is Gadaa.com

Guyyaa Gootota Oromoo – Magaala Columbus/OH – Ebla 26, 2014

Posted: Bitootessa/March 31, 2014 · Finfinne Tribune | Gadaa.com | Comments

Guyyaa Gootota Oromoo magaala ‘Columbus, Ohio’ keessatti kabajachuuf qophi keenya xumurree, waamicha keenya bakkaafi, yero, asiin gadittii tarreefamaniti ilmaan Oromoo fi frootan Oromoo akka nuuf argamtanii ulfinaafi ittin boonuma gootota Oromoo akka calaqiftan kabajaan issin waamina. Waamich keenya ‘Oromo Community Kentucky, Michigan, Chicago, DC, Pennsylvania, Indiana’ akka qaqabuu abdi keenya.

Guyyaan: Ebla 26, 2014
Bakki: 169 Fairway Blvd, Columbus, Ohio 43213
Yeroon: Sa’ati 1 waare booda amma sa’ati 5 waare booda [1pm-5pm]
Dubataan seena: Abbaa Caala Lataa

Yoo gaafi qabaatan koree qindeesitu bilbluun gafaachu dandeesu.
1. Obbo Nuure – 614-218-7487
2. Obbo Muktar – 614-707-9256
3. Obbo Amaanuel – 614-446-0669

Seenaan Oromoo dhiigaaf lafeen barreefame. Walitti dhufnee galatoom hajennu.

Gadaa.com

Gadaa.com delivers information on Oromia and the Horn of African region: top news stories and analyses, politics, and culture, arts & entertainment, and more.

Gadaa.com