Widgetized Section

Go to Admin » Appearance » Widgets » and move Gabfire Widget: Social into that MastheadOverlay zone

FinfinneTribune.com is Gadaa.com

Guyyaa Yaadannoo Gootota Oromoo – United Kingdom: Bolton/Manchester (Ebla/April 27, 2014)

Posted: Ebla/April 3, 2014 · Finfinne Tribune | Gadaa.com | Comments (1)

Guyyaan yaadannoo Gootota Oromoo bara 2014 Biyya UK gaafa Dilbata, Ebla 27, 2014, magaalaa Bolton (Manchester) keessatti qophaawee jira. Orommoo fi firoottan Oromoo biyya UK fi naannootti argamtan akka dhuftanii guyyaa seena qabeessa kana waliin yaadannu kabjaan isin afeerra.

Sagantaan qophii guyyaa itti fufee galgalli bashannanaa ni jiraata. Warra fagoo irraa dhuftanii bakka bultii feetaniif ummata Oromoo naannoo Bolton fi Manchester jiraatan akka isin keessumsiisuuf dandahan isin hubachiifna.

Guyyaa: Ebla (April) 27, 2014
Bakka: Quebec Street, Bolton, Lancashire, BL3 5LX
Sa’aatii: 1:00wb (pm) – 9:00wb (pm)

Koree Qindeessituu

———————————

OROMO MARTYRS’ DAY CELEBRATION – UNITED KINGDOM- BOLTON/ MANCHESTER (2014)

The 2014 Oromo Martyrs’ Day celebration (Guyyaa Gootota) is organised in the Bolton city of Manchester. The event will take place on Sunday, April, 27, 2014. Oromos and friends of Oromos in the UK and surrounding places are kindly invited to take part in this historic day.

After the mark of the day, there is an entertainment evening. For those who come from far places and need accommodation for the night, it may be provided by Oromo residents in Bolton and Manchester.

Date: April 27, 2014
Place: Quebec Street, Bolton, Lancashire, BL3 5LX
Time: 1:00pm – 9:00pm

The Organising Committee


Gadaa.com

Gadaa.com

Gadaa.com delivers information on Oromia and the Horn of African region: top news stories and analyses, politics, and culture, arts & entertainment, and more.

Gadaa.com

One Response to THE COMMENT SECTION

  1. Iddi Amin Dada

    Apr 22, 14 at 3:10 am

    Hedduu Galatooma jarri maxansaa khana asirratti argisiiftan. waaniin barreessa khana barreesef yaada tokkoon isin wajiin qoodachuu barbaadeeti hubachiisa wajiin.

    namoonni naannawa khana khan Greater Manchester hin qubanne akkam ja’anii ykn akkamitti argachuu dandahan bilbila ykn lakoofsa isaani? Gltma