Widgetized Section

Go to Admin » Appearance » Widgets » and move Gabfire Widget: Social into that MastheadOverlay zone

FinfinneTribune.com is Gadaa.com

Birraa dhufu karri warra Abeebee Tufaa hinbanamuu laata?

Posted: Hagayya/August 27, 2019 · Finfinne Tribune | Gadaa.com | Comments

Birraa dhufu karri warra Abeebee Tufaa hinbanamuu laata?

Warri kun … warrana …

Siif karra qaalluu labee,

Dhufeen manaa si dhabee.

Warri Abeebee Tufaadhaa,

Karriisaanii cufaadhaa.

Warri Abeebee Tufaadhaa,

Balballisaanii cufaadha ….

… jedhee kan weellisaa Keekiyyaa Badhaadhaa qe’ee Oromoo, Oromoon irraa salphatee godaanee one ture argeetu.

Finfinneen haandhuura Oromoofi Oromiyaa turte cunqursaa tureen ilmaanshee salphiftee ofirraa ariiteetti. Oromoon lafa, seenaa, eenyummaa, aadaafi afaansaa saamame magaalattiitti marsee taa’ee ilaalaa tureera. Sababa kanaan miidhaan lubbuu, xiinsammuufi qabeenyaa qaqqabe lakkaa’amee hindhumu.

READ MORE (Bariisaa)

Credits/Tags: , ,

Gadaa.com

Gadaa.com delivers information on Oromia and the Horn of African region: top news stories and analyses, politics, and culture, arts & entertainment, and more.