Gadaa.com
Gadaa.com
Gadaa.com Comments off

Iyyannaa Baqattoota Oromoo Yaman – 2ffaa

Gaafa 22/06/2011

Haasofni jidduu guyyaa afuriif bakka bu’oota keenyaa fi waajjira UNHCR jiddutti rakkina keenya kan yeroo ammaa kanaaf furmaata barbaaduu keessatti mariin guddaan erga godhamee booda furmaatatti wanni irra geenye gara kaampii (Camp) adda addatti nu qoodanii nu erguu. Kan lammataa ammoo magaaluma (Sana’a} keessa jirru kanatti gargaarsa maallaqaa nuuf godhanii akka jiraannu.

Karaa biraatiin ammo furmaanni kun warren baqattummaa isaanii beekkameef qofa akka ta’u nuuf himame. Gara biraatiin ammas guyyaa har’aa kana 22/06/2011 qaamni mootummaa biyya kanaatii fi UNHCR wajjiin tahuudhaan marii nu wajjiin godhaniin akka nuti bakka kana gadi dhiifnuuf akeekkachiisa nuuf kennanii jiran.

Read More


Gadaa.com

Comments are closed.