Ethiopia: Oromo Community in Toronto Demonstrate Against Self-Invited Zenawi at the G20
Hiriirri Nagayaa Kan Magaalaa Toronto Kanada ti Diddaa Hirmaannaa walgahii G20 Abbaa Irrummaa Malas Zinawi irrati Geggeeffame Injifannoon Xumurame
Waxabajii 26, 2010 (Toronto, Canada) Hiriirri nagayaa kan dura dhaabbannaa hirmaatinsa PM Males Zinaawii guyyaa kalee as magaalaa Toronto keessati geggeefame injifannoon xumurame. Hiriira nagayaa kan sabaaf sablamoota addunyaa hirmaachise kanarrati Oromoonni magaalaalee baha Kanada hedduu keessaa dhufanii hirmaatanii jiru.

