Widgetized Section

Go to Admin » Appearance » Widgets » and move Gabfire Widget: Social into that MastheadOverlay zone

FinfinneTribune.com is Gadaa.com
Home » Archives by category » More Articles ... » Binta Dirree

Walaloo: Xurunash Dibaabaa

Walaloo: Xurunash Dibaabaa

Xurunash Dibaabaa Leencittii dubartii mootii Olompikii Xurunesh Dibaabaa dubartootaaf fakkii Goobaani galattee lammii kee boonsitee Seenaa badii qabnee biyyaaf galmeysitee Tuuttoo dubartootaa tan dhalootni Arsii Goota Olompikii boonsituu biyya sii…

Walaloota Binta Dirree/Makiyaa Abdullaahii

Guyyaa Gaggeessa Guyyaan arraa kuni guyyaa Oromoof gaddaa Kan ittiin gaggeesinu Jaarraa Abbaa Gadaa Leenca leeca caalu jeyna Oromoo guddaa Duuti heera uumaa waa hin taatu diddaa…

Habalee Citte: Abbaa Hujii Boonsaa

Binta Dirree/Makiyaa Abdullaahii irraa* Bu’ureesaa qabsoo sabboonaa Oromoo Hawwaa bilisumma yaa jaalataa qomoo Abbaa qabsoo Oromoo bu’ura ganamaa Jaarraa Abbaa gadaa yaa ulfaataa namaa…