Gadaa.com
Gadaa.com



U.S. President Obama’s G8 Invitation to Ethiopian Leader Disregards Concerns for Human Rights

(Oromo Press) - G8 Summits are never free from their own controversies even in the West. A growing number of people worldwide perceive that the current world order serves only the narrow interests of the top 1 % (the few), as articulated by Occupy Movements in the United States and around the world.

Comments

IOYA Entertainment Night – May 26, 2012 @ Oromo Center – St. Paul, MN

Come and enjoy a night of entertainment, fun, and prizes with friends and family, meanwhile helping IOYA raise funds for this coming summer's youth conference! RSVP (Sign-up) required: Email or FB Gutama Habroo - Habro@Facebook.com (or call 218-409-0083 or 763-614-0032) Event on Facebook

Comments

Waamicha kabajaa guyyaa gootata Oromo kan bara 2012 hawaasa oromoo Colorado tiif

Kabajaa guyya gootata oromo barana may 12/2012 galgala sa'a 6:00 irraa jalqaba. Guyyaa kabaja fi ulfina kana maatii keessani walin akka nuuf argamtan gootota saba oromootiif lubbu isaani aarsa godhan akka yaadannu kabajaan isin afeerra. Qophii kana cululqsuf walliftonni oromo beekkamoon Ob/ Ramadaan Yuusuf [Damsho] fi Zahir Kalifa ZK nu bashannansiisuf irrattii nuuf argamu hirmadha isiin hin dabrin. Guyyaan May 12/2012 Teesson 6677 S Leetsdale Denver Co 80224 Seensi [admission] over 18 $10 720 277 7440

Comments (3)

JECHOOTA MOGGOYYAALEE KAN AFAAN OROMOO : KUTAA 13-ffaa

Taammanaa Bitimaa irraa* Dubbiftoo mandhee tanaa, Barreeffata kana kutaalee 12-aan dabran akka argattanii dubbiftan abdachuun, kunoo harras kutaa 13-ffaa itti-fufeen jiraa mee yoo dandeessan ilaala. Dabalees as irratti isin beeksisuu kanan fedhu, kutaan inni harra isiniif dhiyaate kun isa xumuraa akka tahe.

Comments

JECHOOTA MOGGOYYAALEE KAN AFAAN OROMOO : KUTAA 12-ffaa

Taammanaa Bitimaa irraa* Dubbiftoo barreeffata kanaa, Barreeffata kana kutaalee 11-oon dabran hundaa akka argattanii dubbiftan abdiin qaba. Kunoo, harra immoo kutaa 12-ffaa itti-fufeen jiratii, yoo dandeessan mee ilaala.

Comments

JECHOOTA MOGGOYYAALEE KAN AFAAN OROMOO: KUTAA 11-ffaa

Taammanaa Bitimaa irraa* DURADUBBII Dubbiftoota barreeffata kanaa, mee waan hundaa dura nagaa fi nageenye isin biraa hin dhabamini! Barreeffata kana kutaalee dabran mara akka argattanitoo dubbiftan abdachuun, kunoo harra immoo kutaa 11-ffaa isiniif dhiyeesseen jiraa, mee yoo yeroo argattan duukkaa bu'uuf yaalaa!

Comments

Unity of Purpose to Empower Oromian National Liberation Forces for Victory

By Fayyis Oromia* As I tried to describe in my last opinion, the Oromo nation is in a national liberation struggle against the Abyssinian colonizers, who are supported by their handlers from both power players of the Eastern and the Western world. This fighting for freedom from the proxy colonial forces (from the Abyssinian ruling elites) is continuing in multiple forms: diplomatically, militarily and politically. In this globe, where politics gives more value to the principle of the survival of the fittest, because of the fact that only 'might is right,' there is no other alternative to empowering the Oromo people, ...

Comments (6)

HRLHA: Five Years of Defending Human Rights

Human Rights League of the Horn of Africa (HRLHA) is very pleased to announce to its highly valued members and supporters that the coming month of June 2012 marks the fifth anniversary of the Agency. HRLHA, originally known as HRL, being the largest human rights organization in the Horn of Africa, now covers a very wide geographic area in the region in its battle with perpetrators of human rights violations. Sporadically occurring natural crises added to civil wars and political instabilities have made the Horn of African region a home for multiple forms of human miseries. Locally, ordinary citizens are ...

Comments

Tooftaa Koloneeffataa Kan Biraa: Dhugeeffannoo Keessaan Oromummaa Rukutuu

Ibsaa Guutama irraa* Musilman empayerichaa harki caalan Oromoo dha. Kanaaf dubbiin ka’e kun caalaatt Oromoo laala. Amantiin kan abbaati. Eenyuu nama irratt humnaan fe’uu yaalee milkaawe hin beeku. Reeffa nama malee ayyaanana saa too’achuun hin dandahamu. Fakeenyaaf bara durii mootiin Habashaa Yohaannis 4faa jedhamu ummata Oromoo kaabaa Kiristinnaa akka kootii fudhattan malee arraba “izaana” ittiin gootan isin irra cira jedhe. Kaan ni sarme, kaan didee arraba dhabe, kaan biyyaa baqatee bahe. Yohaanisis cubbuu sanaan Darbushiin mataatu ira cite. Amantichi garuu ammallee ballinaan hordofamaa jira.

Comments (1)

Another Tactic of the Colonizer: Attack on Oromummaa through Religion

By Ibsaa Guutama* Most Muslims in the empire are Oromo. For this reason, the raised issue concerns the Oromo more. Faith is ones own. Nobody who tried to impose faith on another by force had ever been fully successful. If not the corpse, it is impossible to control the spirit of someone. For instance, there was long ago a king of Abyssinia called Yohannis 4th. He threatened Northern Oromo people that he would cut the tongue with which they made azan (summon to prayer) unless they changed their faith to his type of Christianity. Some obeyed, some lost their tongues, ...

Comments (9)

« Previous PageNext Page »